Ajjeechaa ilmaan Oromoo Lixaa irratti raawwateen daataa Oromoo Lixa Oromiyaa Wallaggatti ajjeefamanii Amajji 20 torvan tokkoo asitti muraasa kan maqaa isaanii arganne.

Baqatan

Kan kanaa gadii ta’us uummanni nagaan wareegame kumaa olitti tilmaamama.

Qeerroo Bilisummaa Oromootiin

  1. Gabre Aallesenyi, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020
  2. Bokkobaa Oliiqaa, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020
  3. Shaanqoo, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020
  4. Waaggaarii, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020
  5. Phaawuloos Shifarraa, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020
  6. Abbutti erga quba shan irraa ciranii booda rasaasaan ajjeesan, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020
  7. Taakkalee kanneen ajjeefamaniidha. Achi buuteen kan dhabame ammoo Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020
  8. Kittee Aluulaa, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020
  9. Taarikuu Shifarraa, Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020
  10. Siidaan shifarraaQellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020
  11. paadullee Qellem Wallaggaa ona Anfilloo magaalaa Muggii Amajji 26,2020
  12. Xiixaa Algaa Hojjetaa Mootummaa Garjeedatti, du’e.
  13. Ganjoo Mollaa Goobanaa-Garjeedaa Gabaa Kamisaa-Q/bulaa
  14. Phaawuloos Horroo-Ubbur Shollaa-daldalaa
  15. Namoota 8 Kan Maqaa Isaanii Adda Hin Baafamne Ganda Dollaa,Shebellii Fi Kollii Keessatti Bakka Qonnaa Isaaniitti Kan Du’an.
  16. Daagim Ittaanaa Qellem Wallaggaa Sayyootti Amajji 30,2020
  17. Tolasaa Abarraa Fidaa, reeffama nama sadii 3 waliin bakka fannifamee bineensi qaama isaanii nyaateeti Amajji 30,2020 kan argaman, Lixa Wallaggaa Gullisoo
  18. Abdiiwaaq Argaa Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  19. Arfaase Abdiisaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  20. Bashaatuu Boodanaa Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  21. Caalaa Daangalaa Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  22. Bekele Guutee. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  23. Gammachiis Naadoo. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  24. Hawwinee Jaallataa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  25. Qananii Sardaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  26. Kiilole Daandii. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  27. Amanu’eel Kumarraa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  28. Kumaa Geetachoo. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  29. Likkee Irranaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  30. Hambaa Gaaddisaa, Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  31. Galaanee Itichaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  32. Dagaagaa Fiixaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  33. Gaaromee Furii. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  34. Dorgee Bookaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  35. Carraa Tolesa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  36. Birmadummaa Kebede. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  37. Bultumee Disaasaa. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  38. Boonsituu Akkattii. Amajji 30,2020 Qellem Wallaggaa Gidaamiitti
  39. Abdii Mootii Amajji 20,2020 Lixa Wallaggaa aanaa Laaloo Asaabiitti obbileessa waliin du’e.
  40. Ittaana Mootii Amajji 20,2020 Lixa Wallaggaa laaloo Assaabiitti obboleessa waliin
  41. Guyyaasaa Tasfaayee Buunnoo Beddellee aanaa Daaboo Ganda Gumbiitti Amajji 31,2020 waraana mootummaatin rasaasaan ajjeesame!
  42. Naa’ol Misgaanaa kan jedhamu nama Garaajii keessaa hojjetu guyyaa har’aa Gurraandhala 1,2020 magaalaa Naqamtee naannoo Boordiitti lafa hojii isaatii waamanii rasaasaan ajjeesan.

Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan walitti qabe!



Godina Jimmaa aanaa Gommaa keessatti waraanni mootummaa haala kanaan uummata reebaa jiru.
blank
blank

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

Most Popular

Bill and Melinda Gates say Trump’s halting of WHO funding is dangerous

Bill and Melinda Gates say Trump's halting of WHO funding is dangerous and 'does not make any sense' as the philanthropists pledge an extra...

Bill Gates on how to fight future pandemics

Bill Gates on how to fight future pandemics The coronavirus will hasten three big medical breakthroughs. That is just a start By Bill Gates, Apr 23rd...

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights At the United Nations, Secretary-General António Guterres warned Wednesday that authoritarian governments are exploiting...