Ajjeefamuu Artist Hacaaluu Hundeessaa booda namoonni hidhaman 8000 ol tahuu ragaan nu qaqqabe.

[SQ-ADOOLESSA 17/2020)

qeerroo Addi Hacaaluu

Mootummaan Dr Abiyyiin durfamu sirna nafxanyaa leellisuun beekamuu fibsirna nafxanyaa hundeen gadi jabeessuuf gaggeessu tahuun Oromoo biyya alaa fi keessaa biratti mormii dhiiseera.

Waxabajjii 29/2020 erga Artist Hacaaluu Hundeessaa namoota sirna nafxanyaa leellisaniin ajjeefamuun isaa Oromoota hunda biratti dhagahamee as bulchinsu Dr Abiyyiin durfamu immoo faallaa isaa Hoggantoota siyaasaa Oromoo fi xinxaltoota siyaasaa akkasumas Sabboontota ilaalcha mootummaan faallaa tahan 8000 ol Mana hidhaatti uggaraa jiraachuu fi maatiin isaanii akka walin quunamne gochaa akka jiru gabaasaan arganne ifa godha.
Namoonni hidhamanis hanga ammaatti Mana murtiitti Osoon dhiyyaatiin bakka humni waraanaan itti ukkaamsee dhabuu maatiin hidhamtootaa dubbachaa jiru.

Qabsoon Oromoo ammaan duuba sirna hundeen buqqisuun Kan Ummatni Oromoo fedhuu fi Oromiyaan barbaadu gafi dhaabuuf qabsoo keenya gaggeessuu qabna.

Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi ummatni Oromoo yeroo dhiyyoo keessatti tooftaa qabsoo duraan beekamuun as bahuuf Amma ijaarsa Wal dhageettii fi Wal to’achuu dandahamuun of ijaarrataa jiraachuu odeeffannooleen nu gahaa jiran ifa godhan.

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...