Barattoota Oromoo Yuunivarsiitiiwwan adda addaa irraa ari’aman

A)  Yuunivarsiitii Haramaayaa

[SBO – AMAJJII 13,2020] Barattootni Oromoo Yunversitii Haramaayaa irraa ari’amanii fi hidhamanii dararamaa turan 60n yeroo ammaa bakka bultii fi waan nyaatan dhabanii Waajjira ABO Gullallee dhufanii jiru sa’aa ammaa kana.

Waliigalatti barattootni Oromoo Yunversitii Haramaayaa irraa waggaa 2f ari’aman 70 yoo ta’an kan amma Waajjira ABO Gullallee ga’an 60.

Barattootni kun ALItti gaafa 01/05/12tti kan ari’aman oggaa ta’u, waan bal’eessanis hin beekan. Barattoota ari’aman kana keessaa 16 shamarrani.

Barattootni kun waan nyaatanii fi bakka bultii waan hin qabneef kanneen Oromummaan addatti ammoo namummaan isinitti dhaga’amu waan dandeessaniin akka cina dhaabbattan jenna.

  1. Ashete Mammo – Cooperative – 2nd year
  2. Abdi Bekele – Management -2nd year
  3. Obsuman Andarge – Computer Science – 2nd year
  4. Ayyana Abate – Soft Ware – 3rd year
  5. Yadeta Ejeta -Economics -1st year
  6. Gemmechis Regassa – Physics – 2nd year
  7. Bona Fanta – Management – 2nd year
  8. Lalisa Dereje – Geography -2nd year
  9. Amanuel Solomon – Computer Science – 2nd year
  10. Yadasa Kinfu – Agriculture -3rd year
  11. Latera Degefa – Law – 2nd year
  12. Gemmechis Wakgari – Agriculture – 2nd year
  13. Sembata Admasu – Biology – 2nd year
  14. Bekuma Bulcha – Molecular Biology 2nd year
  15. Robera Worku – CCI – 2nd year
  16. Mikael Getacho – CCI – 2nd year
  17. Tilahun Tafesse – Agriculture – 2nd year
  18. Allahmudin Yusuf – Molecular Biology – 2nd year
  19. Yosef Tesfaye – Afan Oromo – 2nd year
  20. Zewde Bullo – Management – 2nd year
  21. Kediro Deddefo – Economics – 2nd year
  22. Dawit Bekele – Law – 2nd year
  23. Gutema Abraham – Computer Science – 2nd year
  24. Gemmechis Kabata – Sport – 2nd year
  25. Megersa Tesfaye – Sport – 2nd year
  26. Diriba Edosa – Sport – 2nd year
  27. Yosef Gurmu – – 1st year
  28. Mekonnin Bifa – Economics – 2nd year
  29. Sisay Nigatu – Agro Economics – 2nd year
  30. Roba Merga – REBD – 3rd year
  31. Megersa Wakjira – Economics – 2nd year
  32. Abbebe Kennesa – Management – 2nd year
  33. Elias Ettansa – Physics – 2nd year
  34. Muzayan Aman – Afan Oromo – PGDT
  35. Segni Oli – Economics – 2nd year
  36. Abraham Emanu – IT -3rd year
  37. Bonsa Habte – IT – 2nd year
  38. Efa Tesfaye -Agriculture – 2nd year
  39. Atsede Wakgari – Cooperative – 2nd year
  40. Chaltu Soressa – – 1st year
  41. Kebbene Markos – Management – 2nd year
  42. Hawwi Tafesse – ICT – 2nd year
  43. Alganesh Lamata – ICT – 2nd year
  44. Bontu Mohamed – Agriculture – 3rd year
  45. Bontu Gebbisa- Biology – 2nd year
  46. Amane Tekle – Biology -2nd year
  47. Jiregna Tadesse – Sport – 2nd year
  48. Mulugeta Mammo – Biology – 2nd year
  49. Merga Tolesa – Biology – 2nd year
  50. Tibebu Solomon – Biology – 2nd year
  51. Meseret Biratu – Biology – 2nd year
  52. Buzu Ebba – Afan Oromo – 2nd year
  53. Abduljebar Shambel – Accounting – 3rd year
  54. Gaddisa Ettafa – Infora. -2nd year
  55. Ebbisa Tseggaye – Statics – 2nd year
  56. Amanuel Assefa – Afan Oromo – 3rd year
  57. Surra Alemu – Biology – 2nd year
  58. Guddeta Wakgari – Afan Oromo – 3rd year
  59. Natnael Solomon – Plant Science – 2nd year
  60. Buzayew Ferede – Afan Oromo – 3rd year
  61. Dessatu Efrem – Management – 2nd year
  62. Bedhane Guja – Management – 2nd year
  63. Jiregna Jabessa – Agriculture – 2nd year
  64. Gaddisa Feyyo – Agriculture – 3rd year
  65. Lalise Waltejji – Afan Oromo – 3rd year
  66. Elfinesh Dhibbisa – Sport – 3rd year
  67. Gemmeda Dhuguma – Soft Ware – 4th year

B) Yuunivarsiitii Mattuu

‘Yuunvarsitii Mattuutti Guyyaa har’aa(Amajjii 19, 2020) barattoota 26 ari’ataman humna tika mootummaa itti seensisuun humnaan doormii keessaa baasanii mooraa alatti darbanii jiru! kan nama gaddisiisummoo barattootni kun baayyeen isaanii ijoollee iyyeessaati badii tokkos hin dalagne! Ajaja warri bilxiginnaa itti kennan hojeerra oolchuuf jecha ijoollee homaa hin beekne ari’atan!”

  1. Bonsa kumerra -Chemical Engineering- 5th year
  2. Anesso Ahmed -CoTM – 3rd year
  3. Ebbaa Addamu -Computer Science 4th year
  4. Lalisa Amenu -Civil Engineerig 4th year
  5. Naol Adane -CoTM 4th year
  6. Injifenno Dereje -CoTM 4th year
  7. Tokkumma Boja -Computer Science 3rd year
  8. Keriya Kedir -Mid Wifer 2nd year
  9. Megersa Gemmechu -Sport 3rd year
  10. Daniel Dessalegn — 2rd year
  11. Abdi Mengesha -Mechanical Engineering 3rd year
  12. Nesiredin Esiak -Biology 3rd year
  13. Lalisa Gurmessa -Sport 3rd year
  14. Melles Guta -Sport 3rd year
  15. Dukkalle Areri -Accounting 3rd year
  16. Umer Indris -Natural Science 1st year
  17. Tolesa Girma -Biology 3rd year
  18. JiregnaTesfaye -Biology 3rd year
  19. Telima Alewi -Mid Wifer 4th year
  20. Daniel Abdeta -Biology 3rd year
  21. Zemen Taju -Health Officer 2nd year

C)  Yuunivarsiitii Madda Walaabuu

“Nagaadha jechuun na rakkisaa. Ani barataa University madda walaabuudha. Kunoo dhimma wallaggaatiif erga gaafa roobii barnoota dhaabnee dararaa hamaa keessa jirra facaasaa ganamadha kan poolisoonni federaalaa dhufanii humnaan class seenaa jechuu jalqaban hin deemnu jennaan dorm gadi nuu dhiisaa jedhan dormiitii gadi nu yaasanii reebicha ijoolleerrattu jalqaban ijoolleen baqannaan nama 77 qabanii hidhan isaan keessaa namni 68 ijoollee wallaggaadha. Kamisa jechuun kaleessa ganamaan dhufanii reebicha jalqaban oliif gadi nu bittinneessaan ijoollee baayyee naannoo nama 500 ol ta’an class barnootaa kan ijoolleen barnootaa computer science fi Engineering itti baratanitti humnaan ol seensisanii ciraa ganama nyaataniin laaqanaaafi irbaata utuu hin nyaatin achi keessa oolchanii bulchan kunoo qorra keessa bulanii achii jiru. Ijoollee 77 keessaa gaafa roobii galgala warra kaan gadi dhiisanii barattoota 17 immoo barnootarraa ari’ani kan ari’ama. Keessaa ijoolleen 15 ijoollee wallaggaadha 1 Gujii lixaati barataan tokko immoo jimmaa abbaa jifaari. Kunoo kana keessa jirra kan reebamee hidhamu ijoollee wallaggaadha. Ijoollee kaleessa reebaman keessaa ijoolleen lama haala yaaddessaa keessa jiru. Baanee gaafachuuf kellaan cufaadha. Amma mooraa keessa bishaanni hin jiru, nyaati hin jiru, launch hundi mooraa keessaa cufaadha. Ala baanee qarshii keenyaan nyaachuu mooraan cufaadha kellaa ala ba’uufi seenuun hin danda’amu kunoo kana keessa jirra.
Iyya nuuf dabarsaa barataa mooraa University madda walaabuu irraa.”

  1. Ebsa Tobo Geleta _Economics 2nd year
  2. Gadisa Hotessa Adula _ Agriculture 2nd year
  3. Dhaba Asfawu Ayyana _ Computer Science 2nd year
  4. Teshome Gutteta Fettessa _ Engineering 2nd year
  5. Efrem Gutteta Fettessa _ Surveying 3rd year
  6. Tolina Mosisa Geneti _ Electrical Engineering 2nd year
  7. Ermias Baharu Dhufera _ Electrical Engineering 3rd year
  8. Geleta Dhabasa Raga _Information System 2nd year
  9. Mulugeta Regassa Gerba _ Information System 2nd year
  10. Ebbisa Nigatu Gudji _Biology 2nd year
  11. Moibon Belay Wirtu _Computer Science 2nd year
  12. Abdi Fikade Gemmechu _ Engineering 2nd year
  13. Feyissa Girma Shiferraw _Economics 2nd year
  14. Kenea Tafesse Ayyana _ Economics 2nd year
  15. Wakjira Alamayew Gutema _ Computer Science 2nd year
  16. Daniel Mekonnin Tolassa _ Information System 2nd year
  17. Hambisa Temesgen Feyissa _ Economics 3rd year.

D)  Yuunivarsiitii Bulee Horaa

  1. Adugna Mosisa _ computer Science 3rd year.
  2. Elias Legesse _ Computer Science 3rd year.
  3. Barecha Gudeta _Construction Technology 4th year.
  4. Ettana Wakgari _ Information Technology 3rd year.
  5. Efa Mekura _Geology 4th year
  6. Kenno Endalu _Construction Technology 3rd year.
  7. Gelma Beriso _Economics 3rd year.
  8. Dereje Regassa _Industrial 2nd year.
  9. Haile Kumsa _Construction Technology 3rd year.
  10. Motumma Takele Mechanical Engineering 3rd year.
  11. Abebe Kasaye _Economics 3rd year
  12. Abdissa Denbobi _Economics 3rd year

E)  Yuunivarsiitii Dirre Dhawaa

Barattoota Oromoo magalaa Dirree Dhawaatti hidhaa jiran 305 . Nuu baasaa janna

Yuunvarsiitii Dirree Dhawaa keessatti Kan Ajjefamuu Oromoo, kan Ariyaman Oromoo.

Maqaa Barattoota Oromoo Yuunvarsiitiin Dirree Dhawaa ari’uuf Beeksisa baasee :

  1. Adugna Ayele _ Mechanical Engineering 5th year
  2. Guta Tamiru Eratti _Surveying 5th year 3.
  3. Mikael Asfewu Debela _Industrial 4th year
  4. Mohamed Sayid _Industrial 4th year
  5. Hailu Getachew Beyene _Electrical Engineering 4th year
  6. Lencho Hussein Jima _Economics 3rd year
  7. Nuredin Mohamed Umer _Economics 3rd year
  8. Wako Hukka Liban _Law 3rd year
  9. Doyo Wario Liban __Law 3rd year
  10. Gudina Kemal _Sport Science 3rd year
  11. Lencho Abdella Ahmad _Accounting & Finance 3rd year
  12. Mohamed Seid _Industrial 3rd year
  13. Negasa Tamiru Ejjeta _Industrial 2nd year
  14. Efa Tsegaye Disasa _Sport science 2nd year
  15. Natinael Dinsa Diriba _Industrial 2nd year
  16. Bikila Melkamu _Banking and Finance 2nd year
  17. Natifera Merga Gobena _Constrction Management 2nd year
  18. Kasim Husein Tufa _Computer Science 2nd year
  19. Jifar Hassan Mohamed _Polotical Science 2nd year
  20. Ebba Gashawu Chemeda _Mechanical 2nd year
  21. Jibril Ahmad Ebro _Biology 2nd year
  22. Yonas Hussein Hassan _Computer Science2nd year
  23. Yonatan Tadesse Gerbi _Mechanical 2nd year
  24. Guddeta Waktole Raga _Land 2nd year
  25. Nesru Shamie _Textile 2nd year
  26. Leta Wogari Likkasa _Surveying 2nd year
  27. Jiregna Getachew Berhanu _Law 2nd year
  28. Adugna Dube Bekkata _Social Science 1st year
  29. Chala Dero Dube _Social Science 1st year
  30. Alemayew Efrem Gari _Social Science 1st year
  31. Keraddin Dula Wada _Social Science 1st year
  32. Tura Tufa Boyo _Social Science 1st year
  33. Awol Ahmedin Jemal _Social Science 1st year
  34. Abdissa Anole _Natural Science 1st year
  35. Tesfa Chala _Natural Science 1st year
  36. Surra Kuffisa Yemane _Natural Science 1st year
  37. Duromsa Ziyad _Natural Science 1st year
  38. Yadetala Olana _Natural science 1st year
  39. Geleta Bekele Bulcha _Natural Science 1st year

Barattoota keenya Kanneen maqaan isaanii adda hin baanees ni jiru akka arganneen isin beeksifna.

Hubachisa : Inispeectar Dirribaa kan jedhamu hoggana humna poolisi feederaalaa Mooricha fi Qindeessa Garee Dirree SATANAWU, yoo ta’u Kan Ijoollee keenya kana Akka ari’aman gochaa jirus qabatamaatti bira gahameera.

F) Baratoota kotobee University irraa qabamanii
mana hidhaa kutaa magalaa yeekka iddoo shoolaa
jedhame waamamutti darbatamani jiran.

  1. Malkaamuu Margoo
  2. Lameessa Waaqtolaa
  3. Gammachuu Taarikuu
  4. Tamasgeen Geetahuun
  5. Gammachiis Doojaa
  6. Gamachuu Raasimuu
  7. Shaamsuu Mohaamed
  8. Habtaamuu Waggaarii
  9. Hundumaa Horaa
  10. Bortolaa Indaaluu
  11. Faayyisaa Baayisaa
  12. Bulaa Qana’aa
  13. Yaadataa Gabayyoo
  14. Lammaa Baayisaa

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020