Basaasaan akka WBO Basaasuuf OPDO’n Gara Lixa Oromiyaa’tti Bobbaaste 1 Harka WBO Seene | RSWO
RSWO – Hagayya 18, 2019: Basaasaan, WBO fi Uummata Oromoo Basaasuuf OPDO’n Gara Lixa Oromiyaa’tti Bobbaaste Tokko To’annoo WBO jala Seene | Guyyaa Har’aa, Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Gaawoo Qebbee Keessa’tti, Oromoonni 3 RIX’n Ajjeefaman
Gaaffiin saba keenya hinxuqamne. Kana wal sobuu hinqabnu ~ MIB Lammaa Magarsaa