BBC and VOA AFAAN OROMOO – Hagayyaa 5, 2020


Uggurri Geejibaa Oromiyaa Keessatti Waammame Biyyoota Oollaa Keessatti Hanqina Kudraa fi Jimaa Dhaqabsiise

Wiixata kaleessaa lakkoobsii kokolaataa magaalaaa Dirree Dawaaaa seenanii fi ba’anii gad bu’aa akka turee fi gatiin Jimaa fi Kudraa dabaluun ibsamee jira.

WAASHINGITAN, DIISII — Marsariitii hawaasaa irratti waamichii dhiyaatee Oromiyaa mara keessatti sochiin geejibaa Wiixata kaleessaa kaasee akka dhaabatuu gaafatee sun bulchiinsa naannoo Somaalee fi biyyoota ollaa kan akka Jabuutii fi Somaalii Laand keessatti hanqiina Jimaa fi Kudraa dhaqqabsisuu isaa Addis Chakkol gabaasee jira.


Kunis daandileen cufamuu irraa otoo hin taanee kokolaataan Minii Baasii magaalaalee walitti dhiyeenya qaban gidduu deddebii’an sochii hanqisuun ta;uun ibsamee jira.Har’a garu sochiin foyya’an akka jiru ibsamee jira.

Godiina Harargee Dhiyaa magaalaa Ciroo keessatti konkolaataa guddaan gubachuu isaan gamasii gara Finfinneetti akkasumas Finfinnee irraa gara godinichaatti imalli ta’u sa’atilee hanga tokkoof addaan cituun kan ibsamee ta’uus itti gaafatamaan waajiira Komunikeshinii godinichaa Obbo Huseen Waayyuu kokolaataan kan gubatee Dilbata darbee ta’u fi imalli addaan citee akka hin turre ibsan.

Harargee bahaa fi bulchiinsa naannoo Hararii keessa rakkoon uumamee akka hin jirre beekameera jedha oduu gabaasaan raadiyoo sagakee Amerikaa kun.

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020