Biyya Meksikootti miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa kan ta’e qullaa buusuun rakkoo ummatni isaa keessa jiru ibse.

[SBO – Onkoloolessa 12, 2020] Biyya Meksikootti miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa kan ta’e qullaa buusuun rakkoo ummatni isaa keessa jiru ibse.

Dubbii isaatiinis “Tarii amma qullaa dhaabachuu kootti in saalfattu ta’a. Garuu Sabni keessan karaa gubbaa irratti qullaa buusanii, miila qullaa, beela’anii, abdii kutatanii, gara itti goran wallaalanii jiru. Kana immoo kan godhe isini. Qabeenyaa fi badhaadhummaa biyyichaa hundumaa jalaa saamtanii kan ofii waan godhattaniifi” jechuun ibse.

Source: World press

Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa kan Impaayera Xoophiyaa waliin wal bira qabaatii yaada keessan itti kennaa.

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...