Brattoonni Oromoo Y. Haramaayaa Hiriira Mormii Ba’an 200 ol Loltoota MKIXn qabamuun hidhamuu | RSWO
Duguuggaa sanyii Oromoo Lixa Oromiyaa irratti, xiyyaraafi lafoo raawwatamaa jiru balaaleffachuun, hiriira mormii yuunbarsitiileefi kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti adeemsifamaa ooleen wal-qabatee, Barattoonni Oromoo danuun dhaanamuun hidhaatti guuramaa jiraachuu.
RSWO – Amajji 9, 2020