Breaking News!! AMBOO Gaafa Xiiqii akkana jedhu #Inbox

Qerroowwan Amboo irraa!!

Qeerroowwan Oromiyaa marti itti haa hirmaannu. Salphiinni fi tuffiin mana manatti nu galaa jirti.

Daddafaa Qeerroon waliif bilbilaa gara daandii tti ya’aa .

Roobii borii Guyyaa 12/2/2012 (October 23, 2019) Ganama sa’a 2:00 irraa calqabee guyyoota Hin beekamneef Dandiin hundi cufaa dha .

Falli ammaaf jiru Daandii hunda Dhakaan cufuu qofa.

Jawar dabaltee Qabsa’oonni ,Qeerroon keenya Finfinnee fi Dirree DhO’aa fi Jarmiyooleen siyaasaa keenya Balaa hamaa jala galanii jiru.

Mootummaan jawar fi hogganoota jarmoolee siyaasaa oromoo hidhaatti guree umna qawween oromiyaa diigee bituuf mureessee jira.

Jawar Bakka inni Amma jiraatu tti eegdota isaa biraa hariyanii balaa irraan geesisuuf marsanii jiru.Haa dirmanuuf Qeerroo fi ummanni oromoo marti.

Daandiin
# Lixa oromiyaa geessu hundi.
#Daandiin Baha oromiyaa geessu hundi.
#Daandiin Kaaba oromiyaa geessu hundi.
#Daandiin Kibba oromiyaa hundi.
#Daandiin Finfinnee seensiisu hundi cufamuu qaba.
Haa dirmanuuf.Tokkummaan waliin haa dhaabbannu.
Gaaffiin Qeerroon ijoon gaafatamaa ture Atataamaan deebiin hanga argamutti qabsoon Qeerroo dho’ee jira.Itti muddi Qeerroo qeerransa dhiiraa !!

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...