Breaking News: Injifannoo WBO Guyyaa Har’aa

#Breaking_News

Waraana Bilisummaa Oromoo fi Mootummaa giddutti yeroo ammaa lola guddattu adeema jira. Lola kana irratti WBOn guyyaa har’aa Loltoota Bilxiginnaa hedduu fixuun Injifannoo addaa galmeesseera, Lola guddaa guyyaa har’aa gaggeefameen loltoonni Mootummaa lolarratti dadhabuun yeroo WBO’ti harka kennatan ragaan Videon agarsiisu nu qaqqabeera link kana banuun daawwa’adhaa





INJIFANNOO WBO ZOONII G/GALAA!!!!!

Humni furgaatuu WBO ZOONII G/galaa buttaa MAAMMOO MAZAMIIR gaafaa guyyaa 6/11/2013 ona gindabarat seenuudhan tarkaanfii cicimaa fudhateera. Waajjira poolisii ganda 01 ona gindabarat irratti haleellaa cimaa taasiseera. Humna waraanaa ona kana keessa socho’aa turte irrattis tarkaanfii cimaa fudhateera. Kaabinoonni fi humni waraanaa onichaa sodaa haamaa keessa seenuun ifaa balleessaniiruu!!!! Injifannoon itti fufa….

“”” SABNI AFAAN QAWWEEN GABROOME AFAAN QAWWEEN BILISOOMA”””

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.