Breaking News – Oduu Ammee ( police irrraa)
Woliif Qoodaa Diraamaa kana Fashaleessaa

Namoota 5, dhiira 4 fi dubartii takka kaadiroota #Bilxiginnaa bifa basaasatiin hojjachaa turanii fi jiran keessaa filtanii Hacaaluu nutu ajjeesse, kan nu ergee immoo dhaabbilee Mormitoota Oromoo, TPLF fi Egypt jedhanii akka miidiyatti bahanii dubbatanii gochuuf Leenjisaa jiru.
– Leenjiii kuni Yeroo amma kana bakka Waajjira jiddu-galeessa #OPDO durii isa shiroo_meedatti argamuttidha. Leenjii keennaa kan jiran:-
1- Damballash G/mikael ( Itti gaafatamaa Damee basaasaa)
2- Araarsaa Mardaasaa ( Komishiinii Poolisii Oromiyaa)
3- Endaashawu Tasew ( Poolisii Federaalaa ) fi
Kaadiroota #Bilxiginnaa masaraa mootummaatti Abiyyi wojji Dalaganiidha.
Waan birootiin booddee sitti deebi’a please maqaa koo hin kaasiin….