Diraamaan Bilxiginaa saaxilameera!!

Diraamaan Bilxiginaa saaxilameera!!

Suuraa kana namni hin argin ni jira jadhee hin yaadu. obbaleeytii teenya suuraa irratti argamtu tun miseensa caffee Oromiyaati guyyaa Abiyyi lixa Oromiyaa deemuuf deemu dursanii guyyaa lama dura Shimalis Abdiisaafaan leenjii barbaachisu kennaniifi akka gara magaalaa Shaambuu deemtu godhuun yeroo Abiyyi dhufe akka hawaasa Magaalaa shaambuu fakkaatte adda keessa dhungattu godhuun akka Ummaatni Wallagga haala kanaan Abiyyi jaalata jachuuf diraamaa isaan qaanessu kana hojjatan. Abiyyi ummata keenya lixa Oromiyaa Lakkoofsan ibsuun nama dhibu kan fixe akkamitti haati Oromoo lixa Oromiyaa keessa jiraachaa turte gocha suukanneessan hojjatama ture argaa turte. Akkamitti Abiyyi adda keessa dhungatte jachuun isinitti Gaaffii ta’aa ture dubbiin diraamaadha hubadhaa!!
Odeessa kana hubannaaf ummata Oromoo hundaaf qoodaa!!

==============================================================================

ጉሙዝ አልተፈናቀለም አፈናቀለ እንጂ እያላችሁ ስትዘልፉን ለነበረ ዕድሜ ለአለማቀፍ ሚዲያ ከማፈናቀል አልፈው አገር ጥለው እስከ ሱዳን ተሰደዋል ፣ ሱዳን
መድረስ ያልቻሉ በየበረሃው የወባ ሲሳይ የሆኑት ጫካው ይቁጠረው !!
ዛሬ እንኳን ከየአቅጣጫው የሚጎርፍ እርዳታ የጉሙዝ ህጻናትንና ንፁሃንን እየደረሰ አይደለም ።

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.