Dubbii Oromummaa kana qalbiin dhaggaffeedhaa!

Dr Asaffaa Jaalataa, Hayyuu Oromoo, Oromummaa irratti qorannoo godhanii, kitaabotaa fi barreeffamoota sadarkaa guddaa qaban barreessanii dha. Hayyuu keenya waliin yeroo muraasa dabarsuun beekumsaa fi hubannoo jabaa nuuf dabala. Qophiin keenya #Xiyyeeffannoo hayyuu keenya jabaa kana waliin marii bal’aa goonee jirra; kun kutaan tokkoffaa marichaa ti. Dhaggeeffadhaa; daawwadhaa; qalbiin hubadhaa; waan hubattanis waliif qoodaa! Yeroon kun yeroo teenyuu miti; akkaataa Oromummaa keenya daran jabeessinu irratti hubannoo keessan gabbifadhaa; ittiinis hojjadhaa!! Dhimmi Oromummaa kan Oromoo hundaa ti. Oromummaa keenya waliin haa guddifnu!!




ONN: . QOPHII ADDAA Sirna Kabajaa Ayyaana Irreecha Malkaa Ateetee Kutaa 1ffaa. Onkoloolessa, 2019

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...