Enginin Qeerroo yeroo amma kana rakko cimma irraa akka jirrani dha gabasan tokko akka nuf gabaseeti .
Kan qarshi OPDO dhan iti keenyitee an itin qabani, kani’mo Uumata kakasuu dandaa’a an jedhani kadiroota OPDO dhan akka sosodacisani dha. Kanimo Oromon bilisa bahee jechisisani kuno soda guda irraa jiruu jedhu.
Artistiin Oromo Beekama #Dadhii_Galaan OPDO dhan glafatamee boda Artistoota Oromo beekamtooni sosodacaa akka jirrani dha . jarii kan
Qeerroon Oromiyaa yeroo kana itidamaquu qabdi ojii OPDO kana . Uumani Oromo ammas hidhama akka jiruu dha oduun bakka bakka dhuftee.
Artisyooni keenya qarshii dhan jijirammu hinqaban tokkolee. Offeeganoo gocuu qabu . senna hindagatamnee gocuu dha malee yeroo kana OPDO dandii irraa badee wayy’ee Finfinnee dubacuu dadhabdee kana sodacuun gati hinqabuu jedha.
Oromiyaa should be free with their own capital city of Finfinnee ASAP.
Finfinnee is belong to Oromo’s