Fincilli Qeerroo fi Ummata Oromoo Jabaatee Itti Fufee Jira!

Gimbii


———————-

————————————–

Mana barumsaa Adventist Gimbii keessatti a
Fincila har’aa gaggeeffamaa oole.

Ya’aBalloo

Xiqqaa Dabbasoo Boorana Yaaballootti fincila irratti har’a rasaasan ajjeefame
May be an image of 3 people, people standing, outdoors and tree

Arsii Lixaa


Shaashamannee


Harargee Lixaa (Mi’eessoo)

Barataan Oromoo oggayyuu haa jiraatu, haa dagaagu, haa bal’atu. Kan lubbuu isaa biyya abbaa isaa Oromiyaaf saba isaa Oromoof hinqusanne!
May be an image of one or more people, people standing, crowd and outdoors

Qalbeessaa Dhangi’aa

on Monday

Arsii Lixaa Ajjeetti gootota barattoota Oromoon fincila har’a adeemsifame

May be an image of one or more people, people standing and outdoors
May be an image of one or more people and people standing

————————————————————————————————————————–


Fincila jabaa magaalaa Ambootti

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.