Gudeeddaa daa’ima Oromoo ganna sagalii irratti RIB raawwatame

Gudeeddaa daa’ima Oromoo ganna sagalii irratti Raayyaa Ittisaa Impaayera Itoophiyaan raawwatame


Gudeeddaa daa’ima Oromoo ganna sagalii irratti Raayyaa Ittisaa Impaayera Itoophiyaan, Konyaa Wallagga Lixaa, Ona Mana Sibuu, Ganda Kaarrawaayyuu keessatti raawwatame | Gocha fafaa ijoollee dhiiraa fi dargaggoo Oromoo shan (5) kanneen umuriin isaanii waggaa 14 – 17 ta’u irratti, mana hidhaa Konyaa Gujii Bahaa, Ona Gooroo Doolaa, Magaalaa Jiddoolaa keessatti argamu keessatti, Raayyaa Ittisaa Impaayera Itoophiyaan, Hagayya 12, 2020, halkan keessaa toora sa’atii 5:00 pm (ALH’tti) raawwatame | RSWO – Hagayya 15, 2020




Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.