GURMUU HAYYOOTA OROMOO (GHO)-Saminaara Jalqaba

GURMUU HAYYOOTA OROMOO (GHO)-Saminaara Jalqaba


Hayyoota keenya saba keenya barsiisuuf fedhii qabaachuun biyyuma kamirrallee jiraattanii deggarsa hojii takinikaa, gulaallii, miidiyaafi ogummaa diigitaalaa (Kun Platfrom haarawaa kan hojii hayyootaa labataaf dabarsuuf dalagamaa jirudha) nurraa feetan hundaaf ODM Bilisaan kan isin gargaarree saba keessaniin dhaamsa keessan qaqqabsiifnu ta’uu gammachuu guddaan beeksifanna.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.