Guyyaan Gootota Oromoo Magaalaa Ambootti Kabajame


AMBOO (VOA Afaan Oromoo) — Guyyaan Gootota Oromoo har’a Magaalaa Ambootti sirna ho’aadhaan kabajamee jira. Sirna yaadannoo kana irratti kan haasawa dhageessisan Hayyu-Dureen Adda Bilisummaa Oromoo, obbo Daawud Ibsaa mootummaan Uummata Oromoo fi ABO hiikkachiisuu qofaarratti qiyyaafachuu dhiisee, kanneen mootummaa jalattis tahe mootummaa dhaa alatti hidhatanii socho’anitti furmaata gochuu qaba, jedhan.

Qawween siyaasa keessaa bahee gara filannoo nagaatti akka deemamuu fi nageenya waarawaa fiduuf akka hojjetamu waamicha godhanii jiran. Hoogganoonni paartiilee siyaasaa ka biroo fi beektonnis sirna kana irratti ka dubbatan yoo tahu, maatii wareegamtootaaf waraqaan beekamtii fi badhaasni kennamee jira.

Naakoor Malkaa tu Ambo irraa gabaase.





Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...