Haala Yeroo Irratti Marii Dr Bantii Ujuuloo fii Obboo Jamaal Ganamoo waliin godhame
ICCITII dhibeen coronaa manneen hidhaa keessati ummata gaaga’aa jiru, roorroo guutu Oromiyaa keessaa
Gaaga’amaa fi balaa hamaa dhibeen coronaa manneen hidhaa keessati ilmaan Oromoo irraan gehaa jiru akkasumas hidhaa ajjeechaa doorsisa guutuu Oromiyaa keessatti ilmaan Oromoo irratti gageefamaa jiru iccitiin isaa maali qabxiilee jedhan fi kanneen biroo irratti daawwadhaa!!
Be the first to comment