Hiriira Nagaa Deeggarsa Mootummaa Ceehumsaa Biyyoolessa Oromiyaa

Hiriira Nagaa Deeggarsa Mootummaa Ceehumsaa Biyyoolessa Oromiyaa fi Waliigaltee Marii Siyaasaa Biyyoolessaa ABO Fi KFOn Labsantu Calaqqisiifamaa Jiru.

Ezel Oromia – Afaan Oromoo | Gurraandhala 12, 2021

Mootummaa Ceehunsaa Biyyoolessa Naannoo Oromiyaa ABOn labsee fi Marii (Waliigaltee) Biyyooleessaa KFOn irra diddeebihee akeeke qofatu furmaata kan jedhu calaqqisiismfachuun baay’ee murteessaa fi fardiidha.
Hiriira nagaa kanarratti qaamolee hidhatan RIP, Poolisii Humna Addaa fi milishootni akka qaama shiftaa PP mootummaa ofiin jedhurra goranii ajjeechaa hin raawwatnee dirqamni isaanii nageenyaa fi daangaa biyyaa tiksuu tahuu yaadachiisuun bakka hundatti lammiilee Oromiyaa maraaf Obbolaa tahuu ibsuufiin ofitti hawwachuun dirqama.
Gadaan Gadaa Xumura Garbummaati!
May be an image of text that says 'MOOTUMMAA CE'UMSAA BIYYOOLESSAA ΚΑΙ QEERRO!! OROMIYAA NI DEGGERRA. YOUTH YOUTH MURNA PP NI MORMINA! OROMIA NATIONAL TRANSITIONAL GOVERNMENT'

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.