Hiriira Wayyee Magaala Finfinnee fi Buqa’insa Ummata Oromoo irra Gahaa jiru

Magaalaan Finfinnee Hektaara (54,000ha) kan jedhu shiraafi gidiraa wayyaaneen qonnaan bulaa oromoo qe’eefi qabeenya ittin dhabsiiftedha. Baldhinni magaalaa Finfinnee inni dhugaan heektaara (20,000ha) qofa. Hektaarri kumni (34 000ha) lafa qonnaan bulaa Oromoo irraa buqqisuun humnaan qabamee gara magaalaatti jijjiiramedha.

Furmaata:

  1. Daangaan Magaalaa Finfinnee bakka duriitti kektaaraa (20,000ha) irratti deebifamtee daangeeffamuun sararamuu qaba!!. Kana bulchiinsii Magaalaa Finfinnee daddaffiin hojirraa olchuu qaba!!
  2. Lafti heektaarri kumni sodomii afur(34,000ha) humnaan qotee bulaa Oromoo irraa buqqisuun qabame Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa jala galee Magaalaa Adda Oromiyaa Naannawaa Finfinnee jala galuu qaba!! Magaaloonni kunneenis akkuma kaartaa irraa argitan kanatti :
    Gullallee
     Yekkaa
    Boolee
    Aqaaqii Qaalittii
    Kolfee Qaraani’oo fi
    Nifaas SilkiLaaftoo
  3. Qonnaan Bultoota Oromoo lafa guddaa kana irraa buqqifamanii lubbuun jiraniif, kanneen Lubbuun hin jirree ijoollee isaaniifi maatiin isaanii Barbaadamee Qubsiifamuu qaba, beenyaan ga’aanis kanfalamuufi qaba.
  4. Ilmaan Oromoo daldaltootaaf magaalota kanneen keessatti haalli daldalaa mijeeffamuufi qaba. Kanneen hojjettoota ta’aniif manni jireenyaa kennamuufi qaba. Bulchiinsii Mootummaa naannoo Oromiyaa adeemsa kana irratti daddaffiin tarkaanfii sirreessuu fudhachuu qaba.

Gimbi



Amboo



Hoolota

Jimma

Haromayaa

Ayira

Sululta

Baabboo

Mogor

Baalee Roobee


Gudar

Beegii

Ciroo

Bishooftuu

Finfinne

Dambi Dollo


Mattuu

Poolisii


Gefersa Nono

Woliso

Buraayyuu

Boojii

Bakkeewwan har’a hiriirri godhamaa jiru. Sadaasa 24/2011 (December 3, 2018)
1. Muggii.
2. Gimbii
3. Amboo.
4. Mattuu
5. JImmaa
6. Hoolotaa.
7. Haroomayaa.
8. Beddellee
9. Sayyoo Noolee Ganda lalistuu Geecoo
10. Ciroo
11. Baalee
12. Geedoo
13. Ganda Baadiyyaa Maqa Najjoo
14. Jimmaa Hoorroo
1 5. Baakkoo
1 6. Burayyuu
17. Bushooftuu
18. Iluu Abbaa Booraa
19. Madda Walaabuu.
20. Dabbassoo.

Similar Articles

Comments

  1. Jarri Lafa qotee-bulaa Oromoo irraa fudhatanii gamoo irratti ijaaratan, lafti qotee-bulaaf deebi’ee waggaatti kiraa itti kafaluufii qabu. Nagaroon kana qofa.

    The disposseessed farmers must regain permanent possession of their land. No colonization by aliens!

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...