Hoggana Olaanaa WBO keessaa tokko kan ta’an Jaal Dhugaasaa Bakakkoo kaleessa BBC Afaan Oromoof yaada laatanii turan.


Dhimmoota Biraanuu Juulaa dubbate irratti, akkasuma wantoota garaagaraa gaafachuu yaalaniiru warri BBC Afaan Oromoo.

Haasaa sana dhaggeeffadheen jira. Jaal Dhugaasaa Bakakkoo akka waan “ani miseensa Shanee Gimii gumii Sabaa ABO ti!” Jedheetti dabarsuu yaalan. Dubbiin sun akka mummurame namaa gala. Haaluma gaaffichaaf deebii sanaa irra dhaabbadhee haasaan isaanii murmuramee waan walitti dhufe natti fakkaata. Daba akkanaa warri miidiyaa sana keessaa dalagutu raawwata.

Dhimma hogganoota ABO qabsoo karaa nagaatti amananii fi WBO’n hariiroo qabuu? Jedhamuu irrattis jaal Dhugaasaan haqa jiru himanii jiru. Hogganni ABO fi WBO’n erga quunnamtiin isaa adda citee tasumaa hariiroo akka hinqabne, wal quunnamee akka hinbeekne dubbataniiru.

Gaaffiin na ajaa’ibe “qabsoon yoom dhuma?” Jedhee gaafata Gaazixeessichi. Nan kolfe gaafficha yoon dhaga’e. Gaazixeessaa qabsoon yoom akka dhumu hinbeekne jira jedheen bira tare.

Walumaa gala hogganni ABO finfinnee jiruuf WBO’n tasuma hariiroof walitti dhuufenya akka hinqabne gaaffiif deebii sana irratti ajajaa olaanaa WBO keessaa tokko kan ta’an Jaal Dhugaasaa Bakakkoo ibsaniiru

Similar Articles

Comments

Leave a Reply to Abbaa-Muudaa Madda-Walaabuu Cancel reply

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

More arrests in Sidama as authorities refuse to hand power to new region

More arrests in Sidama as authorities refuse to hand power to new region By Sidama Human Rights Activists, May 8, 2020 The persistent violations of human...

Breaking news: mass murder in Ambo

Disturbing picture from Ambo where Hachalu was buried today. Unknown number of unarmed youth were assassinated by Abiy soldiers today. July 2, 2020 Via Qaanqee...

HRW: Ethiopia Cracks Down: Daily Brief – July 2, 2020

HRW: Ethiopia Cracks Down: Daily Brief - July 2, 2020 (HRW) -- Ethiopia cracks down following protests over popular singer’s murder; detainees at a facility...

PM Abiy Ahmed says African Americans live in the past

PM Abiy Ahmed says African Americans live in the past In the first part of this video, Ethiopia’s Prime Minister Abiy Ahmed Ali (Nobel Peace...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...