RSWO: Ibsa Ajaja Ol-aanaa ABO/WBO; Hundeessituun Addoyyee hidhamte


Ibsa Ajaja Ol-aanaa ABO/WBO | Gocha hammeenyaa fi ajjeechaa suukanneessaa, Lixa Oromiyaa keessatti Oromoo irratti raawwatamaa jiru | RSWO – Caamsaa 16, 2020


Hundeessituu Waldaa Dubartoota Oromoo #Addoyyee Kan taatee qarree jabduu Ayyaantuu Malaakuu Waraana mootummaan Mana isheetii qabamtee Hidhamte.
[SBO – Caamsaa 16,2 020] Galgala kana naannoo sa’aa 5:30tti shamarree Ayyaantuu Malaakuu naannoo mana jireenya ishee Askootti poolisootaan qabamte.

Manni jireenyaa ishee sakatta’amuun mobilootni duraa fuudhamuu kanneen argan ibsaniiru.

Haaluma walfakkaatuun Manni Jireenya Dubree Lookoo Yohannis akka sakatta’ame ibsameera.

Ayyaantuu Malaakuu Dura Teessuu Waldaa Dubartootaa ADDOOYYEE jedhamuu akka taates hubatameera.

Qaamni mootummaa guutuu Oromiyaa keessatti ilmaan Oromoo irratti duula hidhaa gaggeessaa jira.


Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020