IBSA EEJJANNOO QEERROO OROMIYAA IRRAA

Oromiyaa Qeerroo Oromo people Tokkummaa Bilisummaa

Haala yeroo Oromiyaa keessa jirtu irratti marii Cimaa erga goone booda Ibsa eejjannoo Ariifachiisaa kana baafanneerra!

  1. Maqaa Command post Hararghee, GUJII, Arsii, Wallagga, Boorana, Shawaa, Walloo, Jimma, Iluu Abbaa Boora keessatti Qeerroo fi Nama quuqama sabaa qaban hidhuun, reebuun, Ajjeessuun, Halkan Rasaasa ummata nagaa irratti roobsuu itti fufeera kanaaf gochi kun hatattamaan nurra dhaabbachuu qaba,
  2. Abdii Raggaasaa dabalatee hidhamtoonni siyaasaa hundi hatattamaan gadi dhiifamuu qaban,
  3. Aangoo Abiy fuulbana xumurama, fuulbana booda Mootummaa wanti jadhamu hin jiru kanaaf Paartiileen Oromoo (ABO, KFO, PBO) hatattamaan Sagalee Qeerroo dhagahaa Hayyu duree tokko filadhaa gadi bahaa Mootummaan ta’uuf of qopheessaa,
  4. Abiyyi Haamid Oromoo gandummaan, Amantaan, lagaan qoodee wal irratti duulchisuuf halkanii guyyaa shira xaxa jiru kana hatattamaan dhaabuu qaba,
  5. Taayyee, Hangaasa, Hailuu Addunyaa Shira qabsoo ummata Oromoo fi Qabsa’oota Oromoo Arrabsaa jiran dhaabuu baannaan Qeerroon Oromiyaa isaaniifi Maatii isaanii irratti Tarkaanfii fudhachuuf qophii ta’uu hubachiisuu barbaanna,
  6. Guyyaa 15 booda fincila xumura gabrummaa guddaa waan gaggeesinuuf Qeerroo Oromiyaa bakka jirtanii hunda akka of qopheesitan Dhaamsa Oromummaa isiniif goona,
  7. Qeerroon yoo Mootummaa qabsoo karàa nagaa dide gara qabsoo Hidhannootti waan seennuuf Ummaatni Oromoo hidhannoo of qopheessuu qabna,
  8. Waraanni WBO irratti labsame ummata Oromoo irratti labsame waan ta’eef ni balaalleffanna Qeerroo Oromiyaa,
  9. Qeerroo Oromiyaa ABO + KFO + PBO = TEAM oromoo wojjiin jiranu dha.
  10. Lammaa Magarsaa akka dhiibbaan irratti godhama jiru ni beekna garuu Eejjannoo isaa gadi bahee ummata Oromoo, Qeerroo Oromiyaaf ifa akka nu godhu gaafanna,
  11. Qabsa’oota Oromoo, Miidiyyaaleen Oromoo, Hoogganoota Oromoo doorsisuun, ni balaalleffanna….fi..kkf waliif Dabarsaa!!

Ibsa eejjannoo Qeerroo Oromiyaa irraa guyyaa har’aa kanname!!

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020