Iccitii Tika Biyyoolessaa❗

Iccitii Tika Biyyoolessaa❗ | Bitootessa 28, 2021

Obbo Tamasgeen Xurunee,Itti gaafatamaan waajjira tika biyyoolessaa erga gara aangootti dhufee yeroo muraasaaf duwwaa hojjette. Sana booda guutummaa guutuutti hoogganaan tika biyyoolessaa Eertiraa,Abrahaa Kaasaa waajjira tika Itoophiyaa hoogganamummaan fudhachuun basaastota Eertiraa hedduu Finfinnee, Adaamaa, Hawaasaa, Bahir Daar keessa facaasuun hojjechaa ture. Hojjetootni tika Itoophiyaa hedduun kan hanga 200 caalan eeyyama isaaniin ala boqonnaa waggaa akka bahan taasifamanii jiru. Itoophiyaa kan bulchaa jiru Isayyaas malee Abiy miti. Nuti garbummaa jalaa bahuu kan barbaadnu Isayyaas jalaa dabalateeti.
Qeerroo Intelligence Group

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.