Injifannoo fi Oduu adda addaa – Adoolessa 29, 2020

Injifannoo fi Oduu adda addaa – Adoolessa 29, 2020

#Oduu_Ammee
Injifannoo

WBO konyaa Lixaa Ona Laaloo Assaabii keessa socho’u guyyaa har’aa adoolessa 29/2020 bakka Haallee Huwwaa jedhamutti loltoota kolonel Abiyoot irratti fudhateen nanoota 22 du’aan adabeera.

Onuma kana bakka dongoroo jedhamutti halkan edaa jechuun adoolessa 28/2020 Humna Addaa Oromiyaa warra jedhaman keessaa darabeen kaambii/mooraa isaanii eeguu kan isaa kan ta’e kilaashii 5fi kophii 3 baasuun gara WBO tti nagaan makameera! Ijifannoo dabalataan magaalaa Innaangoorraan namoonni sadii hidhannoo waliin gara WBOtti makamaniiru qawwee Oromoo bakka inni barbaachisutti guuruun itti fufa IUOF

==============================

#Adoolessa_29_2020
#INJIFANNOO_WBO_ZOONII_LIXAA

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Z.Lixaa guyyaa Har’aa Lixaa Wallaggaa #Ona_Laaloo_Assaabii_Ganda Bakka addaa #Aallee_Owwaatti Waraana PP Lafoon sakattaa WBOf yaatu guutummaa guutuutti daaraa godheera. Dabalataan Eeda galgala ammoo achumatti Waraaanni Bilxiginnaa tokko Meeshaa #Kilaashii (#Ak_45) #shan (#5)f Hidhannoo sadii qabachuun obboloota isaa WBOtti dabalameera.

#IUOf
#Warraaqsi_itti_fufa.
#Sirni_Gabroomfataa(pp)_nii kufa.

=====================================

#ADOOLESSA_29_2020
KONYAA #WALLAGGAA_LIXAA
ONA #LAALOO #ASSAABII
VIVA WBO
Guyyaa har’aa naannoo sa’aa 1:00PM ammaa Humna addaa
jettee kan of waamtu waraanni Bilxiginnaa akka isheen WBO
sakatta’uuf bobbaate sababaa eda galgala Humni addaa
tokko kan ” Ani qomoo kootti hin dhukaasu” jedhee kilaashii 7
utuu warri kaan raftuu jalaa fuudhee WBO tti dabalamnaan
isa barbaachaaf guyyaa har’aa nama 24 taatee dhaqxee
keessaa WBOn 21 daaraa botoroo godhee 3 immoo
lubbuudhaan baqatree jalaa baate. Bakki isaa Onuma Laaloo
Assaabii sana jalaa iddoo #Haallee jedhamutti dha. Itti
muddi WBO yaa gooftaa diinaa!

===============================

### Injifannoo ZOONII KIBBAA
##Godiina Gujii Baha

Irree fi gachaanni ummaata oromoo WBO ZOONII KIBBAA GODINAA GUJII BAHA keessaa sochoo’u waraana fashiisti garee maafi’a Ethiopia sakaatta wbo deemtuu irratti guyyaa 26/07/2020 fi 27//07/2020 tarkaanfi fudhaaten injifaanno galmeesse jira.
#Guyyaa 26/07/2020 Aanaa Gooroo Adoolaa Ganda Dhuqqoo tarkaanfii fudhaaten 2 ajjeese 1 madeesse jira.
#Guyyaa 27/07/2020 Aanaa Gooroo Adoolaa Ganda Raaroo bakka adda saggoo jedhaamuti guyyaa sa’ati 4 irratti tarkaanfi fudhaaten 3 ajjeesun 2 madoo tasiisun gargaar facaase galchee jira.
#Guyyaa 27/07/2020 Aanaa Gooroo Adoolaa magaala Harqalloo kaampii poliisaa irratti tarkaanfii fudhaaten kampii keessa baqattee baddee jirtii.
Injifannoon Ummaata Oromoof!!!!!



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.