Itiyoophiyaa Gaazzexeessonni ONN Lama Humnoota Mootummaan Hidhamuu Dhaabbatichi Beeksise

Gaazzexeessonni ONN Lama Humnoota Mootummaan Hidhamuu Dhaabbatichi Beeksise

Dhaabbatni Televiiszyoonaa “Oromiyaa Niwus Neetwoork” yokaan ONN jedhamu mootummaan Gaazexeessota lama na jalaa hidhe, jedha.

Daarektarri Ol’aanaan dhaabbatichaa, Obbo Soorsaa Dabaflaa, VOAtti akka himanitti, gaazexeessonni hidhaman lamaan Dasuu Duulaa fi Waaqoo Noolee ti.

Mootummaan naannoo Oromiyaa immoo gama isaatiin gaazzexeessonni lameen sababa ogummaa isaaniin wal-qabateen osoo hin taane yakkatti shakkamanii ti, jedha.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.