KMN: Dr. Etana Habte and Dr. Tsegaye Ararsa on current political crisis in Ethiopia (language Amharic)


#ODUU_AMMEE
KMN:- Caamsaa 13/2020
====================
Polisoonni ajaja mana murtiitiin hidhamtoota gadhiisan sadi hojiirraa dhaabsifaman!
Sabboontotni badii tokko malee godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaa irraa hidhamanii turan guyyaa lama dura mata mataatti wabii qarshii 10,000niin hiikamuun isaanii ni yaadatama. Bu’uuruma ajaja Mana Murtii Godina JImmaa kan xalayaa kana irratti mul’atuun kennameen miseensonni polisaa sadi kan jara kana toyannoo jalatti eegaa turan hidhamtoota gadhiisan. Amma odeessi Saqqarraa bahu akka ibsutti polisoonni sadan sun kan maqaan isaanii Taarikuu, Dassaaleny fi Huseen jedhamu hojii irraa dhaabsifamaniiru. Badiin polisoota sadan kana hojiirraa dhaabsise maal akka tahee fi ajaja eenyuutiin akka tarkaanfiin kun fudhatme hin beekamne. Garuu hidhamtoota sana hiiksisuu irratti mana murtii godinaa fi kaadiroota aanaa Saqqaa Coqorsaa gidduutti wal hubannoon akka hin turin dubbatamaa ture. Polisoonni sadan hojiirraa dhaabamuun gabaafame kun ajaja mana murtiitiin hidhamtoota kana gadhiisan. Kana gochuu isaaniif akka yakkaman shakkama.



Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

Most Popular

Bill and Melinda Gates say Trump’s halting of WHO funding is dangerous

Bill and Melinda Gates say Trump's halting of WHO funding is dangerous and 'does not make any sense' as the philanthropists pledge an extra...

Bill Gates on how to fight future pandemics

Bill Gates on how to fight future pandemics The coronavirus will hasten three big medical breakthroughs. That is just a start By Bill Gates, Apr 23rd...

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights At the United Nations, Secretary-General António Guterres warned Wednesday that authoritarian governments are exploiting...