KMN: Gaafa warra maatii qabsaawotaa ajjeesan





#ICCITII_MASARAA_IRRA!
“Galgala kana sa’a 2:00 hanga 4:00tti Abiyyi fi Soddoonni isaa Nafxanyaa waltajjii jadhuu dhooksan gaggeessa turan Masaraa 4kiloo keessatti ijoon waltajjii waltajjichaa kunooti;

  1. Milinik TV banneerra kuni Injifannoon Bilxiginnaan saba amaaraaf buufte yeroo Abiy jadhu soddoonni isaa bakka takka lafa ka’anii sagadaniif, Kaayyoo TV kanaa jadhe Abiy ETHIOPIA takkitti dhaadhessu, Goobana daachee fi warra isaan wajjiin Ethiopia ijaare akka goota ta’e Oromoo, Somaalee Affaar fi saboota Ethiopia keessa jiran fudhachiisu, Warra farra Ethiopia ta’e Jawar Mohammed, ABOfi Humna hidhate Lixa fi Gujii ta’ee ETHIOPIA irra Oromiyaa kuta jadhu akka diina ummata Ethiopia ta’e ummataaf addeessu ta’a,
  2. Jawar Mohammed irratti duula banuuf, maqaa xureessuuf haara’atti baayyata birri Miliyoona 50,000,000 rammanne jirra Jawartu Ethiopia keessa Fincila kaasa jittanii hin yaadinaa yeroo Abiyyi jadhu akka jiraniitti lafaa ol ka’anii harka rukutamaniif Nafxanyoonni,
  3. Abiyyi Oromummaa Caccabseen jira Oromoon wagga 100tu Tokkummaan hin falmattu akka yeroo wayyaanee santii jadhee yeroo Abiyyi xumuru,
  4. Daniel kibrate itti aansee waltajjicha gaggeesse ammaan booda Ethiopia Afaan tokko, Amantaa tokko, Aadaa tokko, Ethiopia Daangaa Naannoolee irra walaba taate Great Ethiopia Abbaa keenya Milinik ijaaruuf wanti nu dhoorku hin jiru, akkuma TV MILINIK banneetti kanaan ni dhugoomsina Dr Abiyyi bira dhaabbachu qabna jadhe xumure!
  5. Abiyyi yoo Waggaa Shaniif akkan ani Ethiopia bulchu na hayyamtan Finfinnees tan Amaaraa akka itti goonu Tarsiimoo lafa qabna, akkuma TV MILINIK hundeessine eebbifne Finfinnees akka tan Amaaraa guunu shakkii hin jiru isinummaan nu wajjiin dhaabbadhaa jadheenii waadaa akka bira dhaabbatan seenaniifi waltajiicha tumuran mariin bal’aadha ani walitti cunfeen si barreesse ummata Oromoo bira, Qeerroo Oromiyaa bira akka geessu abdiin qaba! Waltajjichi Iccitii waan ta’eef Tokkoon namaa Mobile seenuun dhoorkaadha!! Sabakoo Oromoon Fincila xumura gabrummaa amma eegaltan kana guutuu Oromiyaatti gaggeessuun Mirga Abbaa biyyummaa keessan goonfachuu malee furmaanni akka hin jirre Hadaraa biraan ga’i”

Odeessa Madda Amanama irra amma dhufe!
WALIIF DABARSAA DIRQAMA OROMUMMAA KEESSAN BA’AA?

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...