KMN: LAGANNAA GABAA GUYYAA SADIIF TURU OBSA DHEERAA BOODA WAAMMAME

QOPHII CALAQQII Hayyoottaa!
KMN:- Amajjii 28/2020



Oftayi Hojadhu Dr Abiyi New 2020 Oromo Music By Abse Rapp Abule




Similar Articles

Comments

  1. Lagannaan tooftaa qabsoo karaa nagaa ti. Toofaan kuni ummata Horoo (Oromoo) hin milkeessu waan jedhamuu qabu qofaa osoo hin taane amala amaloota farra qabsoo bilisummaa keenya maseensu waan taheef qabsoon keenya fjjcnnoo tokkoon tarkaanfatuu qaba. Wayyaaneen carraa xumuraa ishee ‘Basaastota’ isheetti fayyadamuun ‘Nafxanyaa’ araarfachaa jirti. Kana malees ummatni keenya gurmuu ummataa, baldhinna dachii fii qabeenya diinageenis %60 biyya tanaa waan taheef; ummattoota biroo warra %40 ta’an hundaa fii Oromoo Shaggar,Oromoo
    Goongam (Mataqal fii Wanbaraa) akkasumas Oromoo Walloo (Af.Oromoo,Af.Amaaraa Af.Tigree dubbatan); Oromoo Dirree Dhawaa, Oromoo mag. Harar, Mooyyaalee, Oromoo Jaarsoo, Oromoo Akkichuu Jijjigaa, Oromoo Gurraa fii Oromoo Garrii akka Oromoo hin taanetti fudhachuun tooftaa ummata guddaa
    xiqqeesse aangoo siyaasaa isa hoongessu, tooftaa shiraa Laggasa Zeenaawii waggoota 25 itti fayyadamaa ture har’as akka waan haara’a fakkeessuun saboota biroo fii Oromoo Oromiyaa jaarraa 21ffaa ala lafuma …
    I.f.

  2. handhuuraa isaa irra jiru walitti ida’uun “Tooftaa Ida’amuu” umrii gabrummaa Oromo nuuf dheeressa jedhanii akkuma jaarmaatti baasan maqaa fii seenaa miidhagsan itti fakkaatee “መደመር” “ፍልስፍና” jedhanii nu burjaajessuuf dhama’aa jiru. As irratti wanti jala sararamuu qabu hanqinna hooggansaa qabaatchuu keenya.
    Kanaafuu nuti seenaa keenya beeknee imaammata Abbaa Muudaa Dhugaa Soraa Lubbuu Waaqaa Lafaa Waaqeffatnaa Handhuuraa Biyya Dhugaa Mirkanaa It. Isa Saba Horoo Qomoon Shaggar Qubaan Madda Walaabuu fudhatchuu qabna.
    Oromoo fii Amaarri Tokko !!
    Daldalli Oro-Amaaraa Tooftaa Wayyaanee ti !!
    Horaa,bulaa,hoffolaa !!

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020