KMN: MARII BEEKTOTA OROMOO; OMN: “ጠቅላይ ሚኒስትሩና ፕረዚዳንቷ ስልጣናቸው ሊለቁ ይገባል” ኦቦ በቀለ ገርባ!


KMN: MARII BEEKTOTA OROMOO WALIIN GODHAME KUTAA 1ffaa fi 2ffaa fi yaada furmaataa.


Odeessa Qabatamaa
Via Caalaa Hayiluu Abaataa

” Shirri ABO irratti qophaaye Wixata fulbaana 16/2019 Adaamaatti gaggeeffamuuf jedha.

14/09/2019

Guyyaa gaafa wiixata dhuftu ykn 16/09/2019
opdon kaabinoota nama shan shan Aanoota oromiyaa guutuu irraa Adaamaatti waamaa jirti.

Wixata leenjii akkaataa itti WBO balleessan irratti mariidhaaf wal waammachaa jiraachuu odeessi nu dhaqqabe ni mirkaneessa.

Kanaaf namootni quuqama oromummaa qabdan waan OPDOn waamteef kana keessa beektanii akka irraa of qusattan isin gaafanna.

Uummata oromo miidhuuf malee fayyaduuf waan hin taaneef akka dhoksaan waamte kana ummataaf ifa gochuun wantoota marii sanarratti gaggeeffamu hunda namoota argaman waliin Saba bal’aa ni geenya.”


Lemma Megersa was forced to leave Oromia Presidency, says the new book.
Via Moa Abagodu


BREAKING NEWS
14 September 2019

Sources in Finfinne say preparations are underway for two Oromia-wide peaceful protests against PM Abiy Ahmed’s regime.

The first involves state-wide demonstration similar two the Grand Oromo Rally that took place August 6, 2016 during #OromoProtests. Demonstrations were held in more than 500 towns, small and large, on that day. “The demonstration being planned is will be named Grand Oromo Rally Number Two but the exact date has not been decided,” said the sources.

The other peaceful protest involves boycotting Amharic classes in schools all over Oromia. The sources said Amharic is chosen as a target because it is the federal language and PM Abiy Ahmed’s regime has blocked efforts to designate Afaan Oromo a second federal language.Solomon Ungashe



Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...