Lixa Afranqalloo Ona Gumbii Bordoddee keessatti Oromoonni 10 hidhattoota Affaariin ajjeefamuu, RSWO

Lixa Afranqalloo Ona Gumbii Bordoddee keessatti Oromoonni 10 hidhattoota Affaariin ajjeefamuu | RSWO


Konyaa Lixa Afran-Qalloo, Ona Gumbii Bordoddee keessatti – Milishoota/Hidhattoota Naannoo Affaar kanneen MKIX irraa deggersa leenjiifi hidhannoo qabaniin – Oromoonni 10 ajjeefamuu; kanneen 10’nii ol ta’anis madaa’uu;

Hidhaa, dararaafi ajjeechaan Konyaalee Lixa Tuulaamaafi Jimmaa keessatti Oromoota irratti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Xoophiyaan raawwatamu tibbanas itti-fufee jiraachuu;

RSWO – Bitootessa 12, 2020




Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.