Lixa fi Kibba Oromiyaa keessatti Ajjeechan itti fufee jira

Iccitii Interneetii Cufuufi Duguugaa Sanyii (Genocide) Mootummaa Abbaa irreen ummata keenya Lixa Oromiyaa fi Kibba Oromiyaa irratti hojjatamaa jiru gabaasa guutuu!

  • Wallaggaa Afran keessatti Barattoonni 12 kan University Naannoo Amaaraa irra gara maatii deebi’an humna Command post ajjeefaman,
  • Wallaggaa lixafi Qellama Wallaggaa Bosonni heektaara 400 ol humna Alikooptarii fayyadamuun Humni Command postiin barbadaa’eera,
  • Shawaa Lixaa, Gujii, Boorana, Wallaggaa; Naqamtee, Gullisoo,Najjoo, Danbii Doolloo, Mandii, Shaanbuu, Baddallee ….. Haadhooliin warra 120 fi Shamarran 280 Waraana Raayyaa ittisa Biyyaa #Agaaziin gudeedamaniiru,
  • Ilmaan Oromoo Badii tokko malee Wallaggaa Lixafi Qellama Wallagga keessatti Namni 89 Command post Ajjeefamee jira,
  • Gujii, Boorana, Wallaggaa irraa Qeerroo, Qarreefi Manguddoon Namni 512 Humna Command postiin hidhamee jira,
  • Gujii qofa keessatti Daa’imman umrii isaanii sadeeti (8) gadi ta’an Ajaja Command post ajjeefamaniiru,
  • Waraanni Raayyaa ittisa Biyyaa Qabeenya Qotee bulaa Oromoo Buna lafa heektaara 384 ol irraa Ciruun jalaa barbadeesse jira!!
  • Gocha suukanneessa kana dura dhaabbachuun Ummaata keenya kanaaf Sagalee ta’uun, Oromoo ummata Oromoo Wallaggaa, Boorana Gujii kanaaf Dirmadhaa?
    Waliif Dabarsaa?

blank
ጅምላ ግድያውን በፎቶ ያጋለጠው ተገደለ
ወለጋ 79 ንፁሀን ላይ ትላንት (January 25, 2020) የተፈፀመውን የጅምላ ግድያ በፎቶ ለህዝብ ያጋለጠው ኤሊያስ ሂርፖ ከወለጋ ሸሽቶ ሲወጣ አሶሳ መግቢያ በር ላይ ተገሏል ::


blank
በቄለም ወለጋ 59 ሰዎች መገደላቸውን እየሰማን ነው ። ጠ/ሚር አብይ ስልጣን በያዙ ሰሞን “ከእንግዲ ከህዝብ የሚደበቅ ነገር የለም የመንግስት ስብሰባ ሳይቀር LIVE ለህዝብ ይተላለፋል ” ብለው ነበር ። በዚ ሁለት ዓመት 1ም የመንግስት ስብሰባ ለህዝብ ይፋ ሆኖ እላየንም ። ጭራሽ የነሱ ቀርቶ ህዝቡ የሚጠቀምበትን ስልክና ኢንተርኔት ዘግቶ “ፀጥታ እያስከበርኩ ” ነው ቢልም የሚወጡ ወሬዎች የተሰማራው ጦር ንፁሃንን እየገደለ መሆኑ ነው ።

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

Most Popular

Bill and Melinda Gates say Trump’s halting of WHO funding is dangerous

Bill and Melinda Gates say Trump's halting of WHO funding is dangerous and 'does not make any sense' as the philanthropists pledge an extra...

Bill Gates on how to fight future pandemics

Bill Gates on how to fight future pandemics The coronavirus will hasten three big medical breakthroughs. That is just a start By Bill Gates, Apr 23rd...

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights At the United Nations, Secretary-General António Guterres warned Wednesday that authoritarian governments are exploiting...