LTV WORLD: LTV SHOW : ሕገ መንግስት ሳይሆን ህገ ሀገር ያስፈልገናል – Interview with Lencho Leta

Must Listen to




(SBO – Hagayya 08, 2019) Hidhattootni Affaar Godina Harargee Lixaa Ona Gumbii Bordoddee irratti dhukaasa banuun lammiiwwan Oromoo 7 ajjeesuun gariin madeessuu jiraattotnii fi maddeen adda addaa ibsaa jiran. Manneen ummataa gubachuunis dhaga’ameera.

Wadaay Finnee
Maammad Waaqoo Gurraachaa
Mahaammad Boruu
Hassan Boruu
Sa’id Golbaa
Jawaar Ammadoo fi
Said Boruu kanneen ajjeesaman ta’uu fi
Faaxee Sa’id
Mahaammad Waariyoo fi
Mahaammad Said Doobbaa kanneen jedhaman ammoo warra madaa’an keessatti akka argaman oduun media hawaasaa irra deemaa jiru ni ibsa.

Ajjechaa kana eenyuutu raawwate? Miidhaan dhaqqabe maal fakkaata kan jedhuu fi gaaffilee biroo jiraataa naannoo Huseen jedhamuu fi Bulchaa Ona Gumbii Bordoddee Obbo Abdulrahamaan SBOn bilbilaan dubbisee jiraa; kunoo ti.


Hagayya 8/2019

ZOONI LIXAA

Oduu #Injifannoo !!

Guyyaa kaleessaa Hagayya 7/2019 toora sa’a 9:00 keessa WBO’n waraaba kol.Abiyyii Gidina Qellem Wallaggaa aanaa Gidaamii Ganda Laaloo Garee vakka addaa Laga Garee jedhamutti haxxee hidhuun loltoota hedduu irraan miidhaa hamaa du’aa fi madoo qaqqabsiisuun injifannoo boonsaa galmeessee milkiin ba’eera.Waraanni kol.Abiyyi kun naannoo kanatti qabeenyaa uummataa kan ta’e Hoolaa fi Reettii bakkee keessaa hatanii qalataa jiraachuu odeessi qabatamaan ni ibsa. Torban kana qofa naannoo Garjeedaa kanatti hoolaa fi reettii ja’a hatanii qalatanii jiru.
kanaas wbon gumaa fi beenya dachaan baasa jira


Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...