Magaalaa Dirree Dhawaa’tti Manneen Oromoota 2000 ol ta’anii Bulchiinsa Magaalattiin Diigamuu | RSWO
RSWO – Fuulbana 1, 2019: Manneen Jireenyaa Oromootaa Magaalaa Dirree Dhawaa kanneen Dhibbaan Lakkaa’aman, Humnoota MKIX Bulchiinsa Magaalattiin Bobbaafamaniin Diigamuun, Oromoonni Baay’inaan 2000 ol ta’an Badhee’rratti Hambifaman | Oromoonni Gannoota Muraasa dura Baha Oromiyaa’rraa ka’uun Konyaa Bunnoo Beddellee keessa Qubatanii turan, Si’ana Magaalaa Jimmaa keessa’tti Gadadoo Hamaaf Saaxilamuun Danuunsaanii Dhukkubsachaa, Danuunis Du’aa Jiraachuu
Home Afaan Oromoo Magaalaa Dirree Dhawaa’tti Manneen Oromoota 2000 ol ta’anii Bulchiinsa Magaalattiin Diigamuu |...