Manni Hayyu-Duree ABO Poolisootaan Weerarame

0
Oduu Ammee/Breaking
Manni Hayyu-Duree ABO poolisootaan weerarame
[SBO – Onkoloolessa 12, 2020] Manni HD-ABO Jaal Daawud Ibsaa haala yeroo irratti osoo ibsa laataa jiranii poolisootaan weeraramee jira. Sagantichis addaan citee jira.
Gaazzexeessitootni media gadi yaasamanii poolisootaan to’atamaniiru. Sagantaa kana irratti namoota bebbeekamoo adda addaatu argamee jira.
Haallan uumaman walhubachiisna.
          ==============================================
blank
Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) October 12, 2020.
ODUU BOODANAA
[SBO – Onkoloolessa 12,2020] Poolisootni federaalaa hayyoota, maanguddoota, qeerroo fi qarree Oromoo mana Hayyu-Duree ABO Jaal Daawud Ibsaatti ugguranii jiran qabanii deemuuf ammallee eeggachuumatti jiran. Poolisootni baay’een ala marsanii eegaatuma jiru.
Jaal Daawud “Yo hidhaa barbaaddu ta’e anaan qabaa deemaa; keessummoota kootti hin bu’iinaa” jechuun falmiitti akka jiran oduun amma arganne ni ibsa.
          ==============================================
Breaking- OLF Media briefing interrupted!
(Finfinne, 12 October 2020) OLF Chairman’s media briefing has been interrupted by security forces.
It has happened a few minutes ago while OLF chairman, Dawud Ibsa, was briefing the media regarding political crisis in Oromia.
We will update you on the situation.

https://www.facebook.com/ifaao/posts/3462949813761885

          ==============================================
ODUU BOODANAA
[SBO – Onkoloolessa 12,2020] Poolisootni federaalaa hayyoota, maanguddoota, qeerroo fi qarree Oromoo mana Hayyu-Duree ABO Jaal Daawud Ibsaatti ugguranii jiran qabanii deemuuf ammallee eeggachuumatti jiran. Poolisootni baay’een ala marsanii eegaatuma jiru.
Jaal Daawud “Yo hidhaa barbaaddu ta’e anaan qabaa deemaa; keessummoota kootti hin bu’iinaa” jechuun falmiitti akka jiran oduun amma arganne ni ibsa.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.