Warraaqsa Galaana Uummataa Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa kenname | Haala Hamaa Oromoonni Giddu-gala Oromiyaa, Kaaba Tuulamaa keessa jiran | RSWO – Waxabajjii 2, 2020
#Inbox
Walif haa Birmannuu mucaa kun yeroo darbe Waraanaa mootummaatin rasaasaan Godina jimmaa aanaa mannanti laphe irraa rukkutame rabbi lubbu isaa hambise mana yaala jira waldhaansa gaaha argachuuf Maatin isaa harka qaleyyiidha abban isaa qaro dhabeyyii haati isaale dhukkubsatudha yeroo fayyaa qabuti isaatu maati isaa hojjate jiraachisa ture inni amma ofifu fayyaa hin qabu fayyaa isaatti yaalame deebi’u humna gaaha hin qabu kanaaf yaala akka argaatuf malaqaa guddaa barbaada waan ta’ef hanga dandeetti keenya haa gargaaru lammii koo
Marii ibsa ‘Amnesty International’ irratti hooggantoota ABO fi KFO – Kutaa 1ffaa fi 2ffaa
Marii ibsa ‘Amnesty International’ baase irratti hooggantoota jaarmiyaalee siyaasaa ABO fi KFO waliin taasifame. Kutaa – 1ffaa fi 2ffaa
Be the first to comment