Mootummaan Abiy, sirna nafxanyaa deebisee ijaaruuf tattaafatu

Voice of Oromiyaa: discussion regarding the elections mess in Ethiopia.

Mootummaan Dr. Abiy, mootummaan sirna nafxanyaa deebisee ijaaruuf tattaafatu, ummata Oromoo baay’ee aaree jira

Mootummaan Dr. Abiy, mootummaan sirna nafxanyaa deebisee ijaaruuf tattaafatu, ummata Oromoo baay’ee aaree jira.
Sheekkonni abaarsa jalqabanii jiran. “Abiy nabiy” jechuun hafee jira.

Waaqni haqa tiksu, Waaqni dhugaa tiksu, warra dhiigaa fi lubbuuu ilmaan Oromootiin taphatu hubda haa salphisu, haa balleessu.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.