Mootummaan Yaamicha Nagayaa fii Olaantummaa Seeraa iftuulummaan Gurra Cufatee Ummata Nagayaa fii Miseensoota Siyaasaa Hidhuu itti fufaa Jira.

Mootummaan Yaamicha Nagayaa fii Olaantummaa Seeraa iftuulummaan Gurra Cufatee Ummata Nagayaa fii Miseensoota Siyaasaa Hidhuu itti fufaa Jira.

(SBO/VOL-Amajjii 23/2021)
AKka kanaan Gaafatamaan Waajjira Adda Bilisummaa Oromoo Horroo Guduruu Wallaggaa(Shaambuu) Jaal Geetachoo Zallaqaa Finfinnee Naannoo Askoo irraa hidhattoota PP’n qabamee Buraayyuu ykn Guantenamo Oromoo jedhamuun beekamutti geeffamuu Maddeen SBO Gabaasanii Jiran.
May be an image of 1 person

Tuffii Habshaa fi Maraamartoo Leenchoo Lataa Qabatee jiru.
Kun Ashaaraa Media dha.kan warra Kottee duudaa. Kan nama aarsu Oromoon Leencoo Lataa jaallachuurra darbee ilmaan isaa maqaa Leencoo jedhu bara itti moggaasaa ba’eetu jira.bara barittii ABO jachuun Leencoo Lataa ta’e sanatti.
Har’a Kotte duudaan morma huutee qabdee,enyufaadha kan WBO bosona jiru,magaalaa ta’anii ajajaa jiran jettee gaafatti !!!
Waanuma afaan isaa keessaa ba’een sarditee qabde gaazexeessaan Kottee duudaa kun!!
Kan nama dhibu yeroo darbes media And Aftaa jedhamu irratti Dr.Diimaa Naga’oonis intala Kottee duudaa tokkof kan WBO hogganaa jiru magaalaa keessa jira jechuun jaal.Daawuditti quba qabaa ture.
Diimaas ta’e Leencoon gorsaa Abiy Ahimad ta’anii tajaajilaa jiranidha.akka amantii isaanitti WBO hiikkachiisuun murtee isaanii fi kan WBO magaalaa taa’ee ajajaa jirus Jaal.Daawididha jedhanii amanu.
Salphina dulluma jalaa.kan seenaa ofii fokkisiisan.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.