Naannoo Amaaraa Gondar, Azazootti Qabeenyi Muslimaa barbadaa’ee

blankNaannoo Amaaraa Gondar, Azazootti har’as (Feberuary, 1, 2020) qabeenyi Muslimaa Birrii Miiliyoona baay’eetti shallagamu garee Faannoo jedhee of waamuun barbadaa’eera. Suuqiiwwan, Manneen nyaataa fi manneen daldalaa garagaraatu barbadaa’e. Dukkaanni 21 guutuun guutuutti kan barbadaa’e yoo tahu manneen Baabura midhaan daaku, manneen kuusaa midhaanii, manneen nyaataa fi iddoowwan daldalaa garagaraatis gubataniiru.

“Mootummaa Cundhuuraa!” jedhe Baqqalaa Garbaa. Mootummaan kun Amaaraa fi Tigraay bulchaa hin jiru. Akkanumaan Itoophiyaa jechaa oola malee naannolee kana lamaan harkaa hin qabu.

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

Most Popular

Bill and Melinda Gates say Trump’s halting of WHO funding is dangerous

Bill and Melinda Gates say Trump's halting of WHO funding is dangerous and 'does not make any sense' as the philanthropists pledge an extra...

Bill Gates on how to fight future pandemics

Bill Gates on how to fight future pandemics The coronavirus will hasten three big medical breakthroughs. That is just a start By Bill Gates, Apr 23rd...

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights At the United Nations, Secretary-General António Guterres warned Wednesday that authoritarian governments are exploiting...