No Doubt, Abiy has his hands in killing Hachalu

0

No Doubt, Abiy has his hands in killing Hachalu

Hachalu killer

In his speech, Abiy said that he told Hachalu to leave the country. Shimelis Abisa said Hachalu got killed because of his interview on OMN. (This show that these guys knew that Hachalu would be assassinated). News coming from the circles of the PM indicates that the Security chief, INSA and people from the PM office had meeting to plan the assassination plot right a day before the assassination.


እየተከታተል የብልፅግናን ውሸት እናጋልጣለን፣ እየተከታተል የአብይ አህመድን እርኩስ ሴራ እናከሽፋለን፣ እየተከታተልን የሀጫሉን እውነተኛ ገዳይ እናወጣለን። ይሄው ጥላሁን ያሚ የተባለው ኦነግ ሸኔው የአማራ አርበኞች ግምባር አባል ነው። ስሙም #ጥላሁን ሳይሆን #አበቡ እንደሚባል መረጃዎች እየደረሱን ነው።

Namichi miseensa ABO Shanee jedhamee fi kan Hacaaluu ajjeesuun himatame kunoo warra Arbechooch gim-7 waliin hojjeta, miseensa tahuu iyyuu hin oolu. Maqaan isaas Xilaahuun osoo hin tane Abbebuu akka jedhamu odeeffannoo arganneerra.

Shira OPDO Abbaa Duulaa bilxiginnaa Abiy Ahmed diqaalaa Miniliik yeroo yerootti faana buunee ni fashaleessina, haqaa fi dhugaa ajjeechaa Hacaaluu ni baafna.

blank





Gurbaa Ajjeechaa Hacaalutti shakkame isa kanaan SHANEEDHA Oromoodha jedhu.Shanee Jechuun akka moggaasa isaaniitti WBO jechuudha jedhu Duuba WBOn Alaabaa Minilik uffataa ????
Safuu.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.