Godina Jimmaa keessaatti yeroo amma kana sadarkaa maal keessa jira? Waa’ee egeree Oromoo fi Oromiyaa irrattis keessummoota ODM Abdii Geetaachoo fi Jaalataa Lammii maal jedhu dhaggeeffaadha

ODM Caamsaa 8,2020 kutaa 49ffaa Haalli jiru fi jireenya ilmaan Oromoo Godina Jimmaa yeroo amma kana sadarkaa maal keessa jira? Waa’ee egeree Oromoo fi Oromiyaa irrattis keessummoota ODM Abdii Geetaachoo fi Jaalataa Lammii maal jedhu isa jedhurrattis ni xiyyeeffanna.Odeeffannoo dabalataaf immoo FUULA YouTube fi Facebook keenya https://www.youtube.com/channel/UCZ8iwekpRGpPmloC4VCGNzQ YouTube irratti ‘SUBSCRIBE’ fi Fuula facebook keenyas https://www.facebook.com/Miidiyaa Diyaaspooraa Oromoo- ODM/ ‘Follow fi Like’ gochudhaan nu hordofa!Odeeffannoo ragaa qabu ODM’dhaaf kennuu yoo barbaaddan immoo lakkoofsa bilbila +1-202-415-7560 nu gahu dandeessu.Warreen Ameerikaa Kaabaa fi naannoo ishee jirtaniis yeroo dhiyootti gama Raadiyooodhaan lakkoofsa bilbila 1 518-906-1784 bilbiludhaan baasii tokko malee bilisan qophii keenya hordofu dandeessu!Qophiin kun tamsaasa kallattiin isiniif darbatti kan jirudha rakkoo teeknikaa nu mudachatti jirudhaaf dhiifama guddaa isin gaafanna.

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...