Oduu Gammachiisaa SHINNIGAA MEDIYAA Irraa!

Odu Gammachiisaa!

SHINNIGA MEDIAAN yeroo dhihoo keessatti haala Oromiyaan keessa jirtuu fi Addunyaa keessa jirtu Hayyootaa fi Beektota Oromoo akkasumas Xiinxaltoota Siyaasaa qabatee isiniif dhaahata. Beekumsa qabdanii fi dandeettii keessaniin akka bira dhaabbattan isiniin jedha SHINNIGA MEDIA.

1 Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.