ODUU AMMA NU GAHE!

Adooleessa 10, 2020

Oduu
WBOn Lenjira jira. Lixa Oromiyaa, Adooleessa 2020

#Oduu_Injifannoo_Wbo_ko!!
Baga Gammadan Baga Gammannee!
Wbon Gumaa Ilmaan Oromoo Baasuu itti fufeera!
Guyyaa har’aa Lola Cimaa Zoonii Lixaa, Zoonii Kibbaa fi Zoonii Kaabaati WBOfi RIP, Liyyuu hayillii mootummaa naannoo Amaaraa gidduutti godhameen Injifannoo n ummata Oromoo boonsu galma’eera!
#Zoonii_Lixa Gaara Abbaa Seenaatti lola Cimaa Sa’aa 4:00f RIP fi wbo gidduutti godhameen Loltoonni Diinaa 72 daaraa taateeti 15 madoo taateeti!
#Zoonii_Kaabaa Lola Cimaa 2:00 oliif Liyyuu Hayillii Mootummaa Naannoo Amaaraafi WBO Gidduutti godhameen wbo gumaa qeerroo Walloo baaseera!
Loltoonni Nafxanyaa 83 daaraa taateeti!
32 Madoo taateeti! 18 Achii buutee miila bakkar taateeti!
#Zoonii_Kibbaa Lola Cimaa Sa’aa 1:38 oliif Iddoo #Bakka_Kalaaltuu Jadhamutti RIP fi wbo gidduutti godhameen Wbon Injifannoo galmeesseera! Loltuun diina 16 daaraa taateeti 4 madoo taateeti
Gara meeshaatiin #Injifannoon_addaa! guyyaa har’aa galma’eera!
#Kilaashiin__143!
#Giirnoof______12!
#Sinaayfer____7!
#Boonbii_adda_addaa_259
#Rasaasa_____8019
RIP fi Liyyu hayillii Nafxanyaa irraa Booji’uun galii waraana bilisummaa Oromoo (WBO) TA’EE JIRA!
Gama wbotiin Nama saditu (3) nurra wareegame! Jahaatu (6) nurra madaa’e #madaa_salphoo!!
Qeerroon Oromiyaa fi Ummaatni Keenya #Wbo Gaachana Ummata Oromoo Jabeessaa! Wbo barbaaduun haa jiraatu!
Biyyi Abbaa hin qabdu seetee Nafxanyaa (Ilmaan milinik) akka Ijoollee daa’imaa boo’aa jirti!!
#OROMOO_HUBADHAA Bilisummaan Oromoof walabummaan Oromiyaa qabsoo Hidhannoon malee hin Mirkaneeffamtuu WBO fi Qawwee teessan Jabeeffadhaa!
Kan Oromoo irraa hidhannoo hiikuu barbaadu Diina ummata Oromooti!
Irraa deebi’ee ummata koo Baga Gammadan Baga Gammanne!
Osoo WBOn jirtuu Oromiyaan hin weeraramtu!
Injifannoon waraana keenya (WBO) kana #Share_Share godhaa Lammii Oromoo kan Kaabaa, Kan Kibbaa, kan Lixaafi Kan Bahaa hundaaf qoodaa! Adawwiin Ummata Oromoo #Shishiim


WBO haa tumsinu

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...