ODUU BBC AFAAN OROMOO Galgalaa fi VOA Afaan Oromoo, July 31-2020
Hayyu-dureen ABO Torban Lamaa Booda Waajira Seenanii Hojii Itti Fufan
VOA Afaan Oromo

FINFINNEE — Hayyu-dureen ABO humnoota nageenya motummaatiin guyyoota 14 akka manaa hin baane eega dhorkamanii turanii booda har’a gara hoji idilee isaanitti deebi’uu ibsanii, VOAtti himanii jiru.
Hayyu dureen dhaabichaa obbo Daawud Ibsaa har’a waajira ABO muummicha ka nagaasaa Finfinnee, Gullaallee jirutti argamuun hojii isaanii itti fufuu dubbatu.
Be the first to comment