Oduu Injifannoo Waraana Bilisumma Oromoo – Hag 7, 2020 (updated)

0

Oduu Injifannoo Waraana Bilisumma Oromoo – Hag 7, 2020

WBO
#Oduu Injifannoo Gootichi waraana Bilisumma Oromoo WBO’N humna diinaa kan Koloneel Abiyoot Kaasaahee Balaayneen hoogganamtu godina Wallagga bahaa Aanaa Ebantuu iddoo Beesee Caaqasaa jedhamtutti tarkaanfii leencichi Bosonaa fudhateen loltoota diinaa 49 yommuu ajjeesu 56 madoo akkasumas Aanaa Jardagaa jaartee bakka laga Waraabessa jedhamutis loltoota diinaa 22 yommuu ajjeesu 18 madoo gochuun Injifannoo Uummata Oromoo boonsu galmeeseerra.


#Breaking_News
“””””””””””””””””””””””””””””
#InboxGujii&

blank

Gujii Liibaan Keessatti #Thursday Ganama Sa’aatii 2:35 Irraa Eegalee Hamma Sa’aa 7:13 Itti Waraanni Addi Bilisummaa Oromoo Fi Waraanni Konoleen Abiy Haamad Jidduutti Meeshaa Gurguddoottu Dhukaafamaa Turem” Haa Ta’uu Malee Waraanni Mootummaa Baay’ee Miidhamaniiru Namoonni Baay’een Ajjeefamaniiru Gabaabumatti Garee Riip Irra Namoonni ( 36) Ajjeefamaniiru Kan Madaa’an ( 42 ) Yoo Tahu Kanneen Achi Buutee Isaanii Dhaban Immoo Namoota (16) Yoo Tahu Kan Booji’aman Immoo Namoota (45) Booji’amaniiru&. Meeshaan Gurguddoon Esrail Eeshiyaa Faransaa’i Irraa Ergifatan Kan Akka Matarriyyaas Kan Afaan Lamaan Dukaasu Gaa Dabalatee Meeshaan (24) Too’annoo WBO Jala Oolaniiru Kun Waan Dansaadha”#

Gara Addi Bilisummaa Irraa Immoo Namoonni 12 Madaa’aniiru Isaan Keessaa Namoonni (5) Lubbuun Darbaniiru Injifannoon Kan Uummata Oromooti!

San Gubbaan Biraanuu Juulaa Fi Humni Fedaraalaa Walitti Deebi’uun Walitti Dhukaasuun Biraanuu Juulaa Irra Miidhaan Qaqqabeera Loltoonni Yeroo San Isa Wajjiin Jiran Namoonni 3 Ajjeefamaniiru”. Haqni Hiyyeessaa Kunoo Akkanatti Ofumaa Walitti Isaan Deebise Wal Rukuchiise Kun Erga Guddaadha Kan Sammuu Qabuuf&

Dhaamsa Dabalataa Kan Biraanuu Juulaa Dabarfatan.
1, Ani Amman Booda Hojii Mootummaa Irra Akkan Walaba Tahu Asumaan Mootummaa Beeksisu Fedha
2, Ani Waggaa Diigdamii Shan (25) Uummata Tigray Wajjiin Eegalee Hamma Abiy Gahutti Lammii Koo Irratti Dhukaasaa Ture Bu’aa Tokkollee Hin Garre Miidhaa Malee .
3, Ani Yeroo Ammas Kanatti Lubbuu Koo Of Sodaataan Jira Uummanni Amaaraa Natti Duulaa Jiru Waan Oromoo Taheef .
4, Ani Gabaabumatti Hoogganummaa Waraanaa Jala Akkan Bilisa Tahe Isin Beeksisu Fedha

Kanaan Jecha Saa Goolabe
Hadaraa Dhaamsa Kana #Share Waliif Godhaa

4, Ani Gabaabumatti Hoogganummaa Waraanaa Jala Akkan Bilisa Tahe Isin Beeksisu Fedha

Kanaan Jecha Saa Goolabe
Hadaraa Dhaamsa Kana #Share Waliif Godhaa


LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.