Oduu Injifannoo WBO

ODUU AMMA NU GAHE! Oduu Injifannoo WBO

WBO

Baga Gammadan Baga Gammannee!
Wbon Gumaa Ilmaan Oromoo Baasuu itti fufeera!
Guyyaa har’aa Lola Cimaa Zoonii Lixaa, Zoonii Kibbaa fi Zoonii Kaabaati WBOfi RIP, Liyyuu hayillii mootummaa naannoo Amaaraa gidduutti godhameen Injifannoo n ummata Oromoo boonsu galma’eera!
#Zoonii_Lixa Gaara Abbaa Seenaatti lola Cimaa Sa’aa 4:00f RIP fi wbo gidduutti godhameen Loltoonni Diinaa 72 daaraa taateeti 15 madoo taateeti!
#Zoonii_Kaabaa Lola Cimaa 2:00 oliif Liyyuu Hayillii Mootummaa Naannoo Amaaraafi WBO Gidduutti godhameen wbo gumaa qeerroo Walloo baaseera!
Loltoonni Nafxanyaa 83 daaraa taateeti!
32 Madoo taateeti! 18 Achii buutee miila bakkar taateeti!
Zoonii_Kibbaa Lola Cimaa Sa’aa 1:38 oliif Iddoo #Bakka_Kalaaltuu Jadhamutti RIP fi wbo gidduutti godhameen Wbon Injifannoo galmeesseera! Loltuun diina 16 daaraa taateeti 4 madoo taateeti
Gara meeshaatiin #Injifannoon_addaa! guyyaa har’aa galma’eera!
1. Kilaashiin__143!
2. Giirnoof______12!
3. Sinaayfer____7!
4. Boonbii_adda_addaa_259
5. Rasaasa_____8019
RIP fi Liyyu hayillii Nafxanyaa irraa Booji’uun galii waraana bilisummaa Oromoo (WBO) TA’EE JIRA!
Gama wbotiin Nama saditu (3) nurra wareegame! Jahaatu (6) nurra madaa’e 6 madaa_salphoo!!
Qeerroon Oromiyaa fi Ummaatni Keenya #Wbo Gaachana Ummata Oromoo Jabeessaa! Wbo barbaaduun haa jiraatu!
Biyyi Abbaa hin qabdu seetee Nafxanyaa (Ilmaan milinik) akka Ijoollee daa’imaa boo’aa jirti!!
OROMOO_HUBADHAA Bilisummaan Oromoof walabummaan Oromiyaa qabsoo Hidhannoon malee hin Mirkaneeffamtuu WBO fi Qawwee teessan Jabeeffadhaa!
Kan Oromoo irraa hidhannoo hiikuu barbaadu Diina ummata Oromooti!
Irraa deebi’ee ummata koo Baga Gammadan Baga Gammanne!
Osoo WBOn jirtuu Oromiyaan hin weeraramtu!
Injifannoon waraana keenya (WBO) kana #Share_Share godhaa Lammii Oromoo kan Kaabaa, Kan Kibbaa, kan Lixaafi Kan Bahaa hundaaf qoodaa! Adawwiin Ummata Oromoo #Shishiim

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.