Oduu Injifannoo WBO, Waxabajjii 17, 2020

Via Raajii Guddataa

WBO
Waxabajjii 17/2020
Oduu Injifannoo
G/Wallaggaa Lixaa
GAARA ABBAA SEENAA

============================================

Godina Wallaggaa Lixaa gaara Abbaa Seenaa bakka GABAA KAMISAA jedhamutti ganama kana Waxabajjii 17/2020 naannoo sa’a 4:00tti WBO’n waraana Dr. Ashaaggiree kan Oromoo fi Oromummaa dhabamsiisuuf dhala namaa dararan konkolaataa 3f tokko ganamaan afaan buufateera. Kanaaf, uummatni naannichaa aarii namoota nagaatti bahuu waan dandeessuuf of eeggannoo cimsaa.

Waxabajjii 17/2020
Oduu Injifannoo
G/Q/Wallaggaa aanaa Anfilloo
============================================

Godina Q/Wallaggaa Aanaa Anfilloo ganda GOOMII jedhamutti ganama kana Waxabajjii 17/2020 naannoo sa’a 5:00tti WBO’n waraana Dr. Ashaaggiree kan Oromoo fi Oromummaa dhabamsiisuuf dhala namaa dararuuf olii gadi kaattu irratti tarkaanfii fudhateen du’aa fi madoon adabeera. Kanaaf, uummatni naannichaa aarii namoota nagaatti bahuu waan dandeessuuf of eeggannoo cimsaa.
IUO’f

Cuunfaa Tarkaanfii WBO Zoonii Lixaa Guyyaa Har’aa Waxabajjii 17/2020
===========================================
1ffaa. Waxabajjii 17/2020
Oduu Injifannoo
G/Wallaggaa Lixaa
GAARA ABBAA SEENAA
======================================
Godina Wallaggaa Lixaa gaara Abbaa Seenaa bakka GABAA KAMISAA jedhamutti ganama kana Waxabajjii 17/2020 naannoo sa’a 4:00tti WBO’n waraana Dr. Ashaaggiree kan Oromoo fi Oromummaa dhabamsiisuuf dhala namaa dararan konkolaataa 3f tokko ganamaan afaan buufateera.Kanaaf uummatni naannichaa aarii namoota nagaatti bahuu waan dandeessuuf of eeggannoo cimsaa.

2ffaa. Waxabajjii 17/2020
Oduu Injifannoo
G/Q/Wallaggaa aanaa Anfilloo
======================================
Godina Q/Wallaggaa Aanaa Anfilloo ganda GOOMII jedhamutti ganama kana Waxabajjii 17/2020 naannoo sa”a 5:00tti WBO’n waraana Dr.Ashaaggiree kan Oromoo fi Oromummaa dhabamsiisuuf dhala namaa dararuuf olii gad kaattu irratti tarkaanfii fudhateen du’aa fi madoon adabeera.Kanaaf uummatni naannichaa aarii namoota nagaatti bahuu waan dandeessuuf of eeggannoo cimsaa.
IUO’f

Oduu Tarkaanfii Marsaa 3ffaa
AANAA SAYYOO

Waxabajjii 17/2020
Oduu Injifannoo
G/Q/Wallaggaa aanaa SAYYOO
=====================================
Godina Q/Wallaggaa Aanaa SAYYOO ganda ALAKUU GAAMBII bakka addaa BADDEESSOO jedhamutti guyyaa kana toora sa’a 7:30tti Waxabajjii 17/2020 WBO’n waraana Dr. Ashaaggiree kan Oromoo fi Oromummaa dhabamsiisuuf dhala namaa dararuuf olii gad kaattu irratti tarkaanfii fudhateen du’aa fi madoon adabeera. Kanaaf uummatni naannichaa aarii namoota nagaatti bahuu waan dandeessuuf of eeggannoo cimsuun hordofuun barbaachisaadha.

IUO’f



Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...