Oduu Injifannoo WBO Zoonii Lixaa fi Zoonii Kibba

=============================
Kaleessa irraa Eegalee Lola Wal irraa hin Cinne Waraana Bilisummaa Oromoo WBO fi RIP Raayyaa Ittisa OPDO (Raayyaa ittisa biyyaa) gidduutti Lixa Oromiyaatti gaggeeffamaa Jiruun hanga ammatti Waraanni Sirna Gabroomfataa RIP 136 Daaraa taateetti 200 ol madoo! Ajajaa 100 lama dabalatee RIP 15 hidhannoo guutuu waliin fayyaa Booji’amteetti!
Meeshaan Baayy’een Harka Waraana bilisummaa Oromoo galeera!
Kaaphiin Command Post Baayy’een Barbadoofteetti!
Magaaloonni Lixa Oromiyaa12 :- Dambii Doolloo, Gidamii, Jimmaa Harroo, Qeebee, Qeellem, Giraayi, Qaaqee, Najjoo, Mandii, Laaloo, Beegii, Gullisoo, Assabii Keessaa Caasaan OPDO diigamee To’annoo Ajajaa WBO Zoonii Lixaa #Jaal_Marroo jala Seenuun Bilisummaa isaanii Labsataniiru!

Gama keenya irraa hanga ammatti nama 6 qofatu Mada’eera!

Aktivistoonni OPDO fi deeggartoonni OPDO ganaa marraattu!
#Gadaan Ergamtuu TPLF/ABUT OPDO dhumeera! Yeroo muraasa booda Kibba Oromiyaatiifi Giddugaleessa Oromiyaatiis Raajii dhageessu!

Kanaaf Qeerroon keenya Ummaatni keenya Bahaa, Lixaa, Kaabaa, Kibban fi Biyya Orma jirtan Waraana keessan WBO Cinaa dhaabbadhaa!

Namni Oromoo taate, Kana Bilisummaa Oromoof Walabummaa Oromiysatti gammaddu hundi Injifannoo Addaa kana #Share Share godhuun waliif #dabarsaa!
Barri Bara qabsooti Qabsoon kan Oromiyaati Oromiyaan tan Oromooti!


Oduu injifannoo WBO Guyyaa Hrdhaa 21/9/2019

Irreef gachanni uuummata oromoo gootichi waraana bilisimmaa oromoo WBO’n
Zoonii kibba keessa socho’u godinaa boorana
Aana areeroo
Gandaa Dhirri
Qarqaraa magalaa areeroo
Tarbee Adaamatti

Guyyaa 21,9,2019,ganamaa sa’ati afuritti tarkaanfi laalesse waraana fashisti abiyi Ahmed kan guyyaa guyyaan ilmaan oromoo hidhaaf ajjeechan daraara jiru WBO’n toofta lolaa addatin tarkaanfi irratti fudhateen

Oorali tokkof patrol tokko daara Brbadeessee jira.

Aleellaa kanaan WBO isnaapperi lama,kilaashi sadii,hidhannoo guutu waliin WBO’n irraa hiikkachuun Danta WBO taasisee jira. Tarkaanfii walfakkaatanis haga Bilisummaatti cimee kan itti fufu ta’uu Ajaji WBo zoonii kibbaa ifa godhee jira.
IUO tif!!

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...