Oduu Injifannoo WBO Zoonii Lixaa, Muddee 19, 2020
#Baga #Gammaddan_Bagamanne..ittifufa!
Jaal Marroon Seenaa Addaa Hojjateera”!!!
#Kaleessa irraa Eegalee #Lola Wal irraa hin Cinne Waraana Bilisummaa Oromoo WBO fi RIP Raayyaa Ittisa OPDO (Raayyaa ittisa biyyaa) gidduutti #Lixa Oromiyaatti gaggeeffamaa Jiruun hanga ammatti Waraanni Sirna #Gabroomfataa RIP (136 ) #Daaraa taateetti”!
200 ol #madoon adabamteetti”!!
#Meeshaan Baayy’een Harka Waraana bilisummaa Oromoo galeera!
#Magaaloonni Lixa Oromiyaa12 :- #Dambii Doolloo, #Gidamii, Jimmaa Harroo, Qeebee, Qeellem, Giraayi, Qaaqee, #Najjoo, Mandii, Laaloo, Beegii, Gullisoo, Assabii Keessaa Caasaan OPDO #diigamee To’annoo Ajajaa WBO Zoonii Lixaa #Jaal_Marroo jala Seenuun Bilisummaa isaanii Labsataniiru!
Aktivistoonni OPDO fi deeggartoonni OPDO wilii #marraattu“.
#Gadaan Ergamtuu TPLF/ABUT OPDO dhumeera!
Kanaaf Qeerroon keenya Ummaatni keenya Bahaa, Lixaa, Kaabaa, Kibban fi Biyya Orma jirtan Waraana keessan WBO Cinaa dhaabbadhaa!
Namni Oromoo taate, Kana Bilisummaa Oromoof Walabummaa Oromiyaaatti gammaddu hundi Injifannoo Addaa kana #Share Share godhuun waliif #dabarsaa!
Barri Bara qabsooti “
Qabsoon kan Oromiyaati “
Oromiyaan tan Oromooti!
Be the first to comment