Oduu Injifannoo WBO Zoonii Lixaa, Fulbaana 2, 2020

Kaleessa irraa Eegalee Lola Wal irraa hin Cinne Waraana Bilisummaa Oromoo WBO fi RIP Raayyaa Ittisa OPDO (Raayyaa ittisa biyyaa) gidduutti Lixa Oromiyaatti gaggeeffamaa Jiruun hanga ammatti Waraanni Sirna Gabroomfataa RIP 136 Daaraa taateetti 200 ol madoo! Ajajaa 100 lama dabalatee RIP 15 hidhannoo guutuu waliin fayyaa Booji’amteetti!
Meeshaan Baayy’een Harka Waraana bilisummaa Oromoo galeera!
Kaaphiin Command Post Baayy’een Barbadoofteetti!
Magaaloonni Lixa Oromiyaa12 :- Dambii Doolloo, Gidamii, Jimmaa Harroo, Qeebee, Qeellem, Giraayi, Qaaqee, Najjoo, Mandii, Laaloo, Beegii, Gullisoo, Assabii Keessaa Caasaan OPDO diigamee To’annoo Ajajaa WBO Zoonii Lixaa #Jaal_Marroo jala Seenuun Bilisummaa isaanii Labsataniiru!
Gama keenya irraa hanga ammatti nama 6 qofatu Mada’eera!
Aktivistoonni OPDO fi deeggartoonni OPDO ganaa marraattu!
#Gadaan Ergamtuu TPLF/ABUT OPDO dhumeera! Yeroo muraasa booda Kibba Oromiyaatiifi Giddugaleessa Oromiyaatiis Raajii dhageessu!
Kanaaf Qeerroon keenya Ummaatni keenya Bahaa, Lixaa, Kaabaa, Kibban fi Biyya Orma jirtan Waraana keessan WBO Cinaa dhaabbadhaa!
Namni Oromoo taate, Kana Bilisummaa Oromoof Walabummaa Oromiysatti gammaddu hundi Injifannoo Addaa kana #Share Share godhuun waliif #dabarsaa!
Barri Bara qabsooti Qabsoon kan Oromiyaati Oromiyaan tan Oromooti!








Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...